EOTC-Oromiyaa

EOTC-Oromiyaa Rakkoolee Mana kiristiyaanaa Oroomiyaa Eenyuutu furuu danda'a? Ga'eenkoos Maali?

Yaa Gooftaa Iyyesuus Kiristoos,Ati cuuphamee ifa taate,Nu cubbuu irraa qulqulleessi,Amala kee nuuf kenni,Akka ifa biyya ...
20/01/2026

Yaa Gooftaa Iyyesuus Kiristoos,
Ati cuuphamee ifa taate,
Nu cubbuu irraa qulqulleessi,
Amala kee nuuf kenni,
Akka ifa biyya lafaa taanus nu godhi,
Jaalala keetiin nu guuti.
Ameen.

🎉 Xumura – Ergaa Jaalalaa fi Fayyinaa

Ayyaanni Cuuphaa guyyaa:

✨ Jaalala
✨ Ifa
✨ Qulqullummaa
✨ Fayyinaa
✨ Tokkummaa Waaqaa

nu yaadachiisu dha.

Iyyesuus Kiristoos cuuphamee, fayyina addunyaa jalqabe; cuuphaan keenya immoo, jireenya haaraa jalqaba.

Uammanni Arsii Abbaa keenya Abuune Elsaa'i simachaa jiru Eebbifamaa.
03/01/2026

Uammanni Arsii Abbaa keenya Abuune Elsaa'i simachaa jiru Eebbifamaa.

🕊️ Tarkaanfii Ijoon Amantaan Ortodoksii Uummata Oromoo Biraan GahuufAfaan Oromoo fayyadamuu:🕊️Faaruu, kadhannaa, fi barn...
03/01/2026

🕊️ Tarkaanfii Ijoon Amantaan Ortodoksii Uummata Oromoo Biraan Gahuuf
Afaan Oromoo fayyadamuu:

🕊️Faaruu, kadhannaa, fi barnoota amantii Afaan Oromootiin qopheessuu.

🕊️Kitaabota amantii Afaan Oromootiin maxxansuu fi qooduu.

🕊️Aadaa fi duudhaalee Oromoo hammachuu

🕊️Sirna Gadaa fi duudhaalee Oromoo waliin walitti dhufeenya uumuu.

🕊️Ayyaana aadaa fi amantii walitti fiduun hawaasa keessatti hirmaachuu.

Barnoota amantii babal’isu

🕊️Sagantaa barnoota amantii Afaan Oromoo keessatti qopheessuu.

🕊️Dargaggoota fi ijoollee irratti xiyyeeffachuun barnoota amantii kennuu.

🕊️Tajaajila hawaasummaa

Hawaasa keessatti misooma, nageenya, fi gargaarsa hirmaachisu.

🕊️Mana barnootaa, hospitaala, fi tajaajila hawaasummaa waliin hojjechuu.

🕊️Walitti dhufeenya amantii fi aadaa cimsuu

🕊️Amantii fi aadaa walitti fiduun hawaasa keessatti kabajaa fi jaalala uumuu.

🕊️Walitti dhufeenya amantii Ortodoksii fi hawaasa Oromoo jajjabeessuu.

🕊️Xumura: Amantaan Ortodoksii uummata Oromoo biraan gahuu fi babal’achuu yoo barbaade, afaan Oromoo fayyadamu, aadaa hammachuu, barnoota amantii babal’isu, tajaajila hawaasummaa kennuu, fi walitti dhufeenya amantii fi aadaa cimsuu irratti hojjechuu qaba.
keessattuu Ummata Arsiif hojiilee babbareedoo akka hojjettan abdii guddaa isan irraa qabna.
Bara hojii gaarii isiniif haa tahu.Abbaa keenya Eebbifaamoo Abuune Alsaayii

03/01/2026

Nagaaf araarri WAAQAYYOO BAKKA JIRTAN MARATTI ISINIIF HAA BAAYYATU IJOOLLOONNI Waaqayyoo
የእግዚአብሔር ልጆች በሆናችሁበት ሁሉ የእግዚአብሔር ሰላምና ምሕረት ከእናንተ ጋር ይሁን::

13/01/2024

Abbaa Gabr'eel Hangaafaa phaaphasii Wallaggaa Lixaa

17/07/2023
TURI SABAKOO DURAAKaabatti Yoo bixxilte lixatti hin nyaattuu baafteeDhama irraas dhadhaa hin fiddu hanga feete yoo raaft...
17/07/2023

TURI SABAKOO DURAA
Kaabatti Yoo bixxilte lixatti hin nyaattuu baaftee
Dhama irraas dhadhaa hin fiddu hanga feete yoo raafte
Uummanni murtresseera dhiisi daamaa fokkisaa
Qumaara nyaatamteetta si liqimsaa boolli isaa
Yoo of kabajje taata anaaf Abbaa Afuuraa
Garaadhaaf kan jiraattu Turi sabakoo duraa
Amantiin filannoodhaa maaf taatu Abbaa irree
Eessumaa nutti fidduu seera tasumaa hin jirre
Gaafiin seera Doogimaa gaafiin seera qannoonaa
Isinoo cabsitanii nummoo Egaa maal goonaa???
Furmaanni isin Diduudha.
Dn R

If you bite in the north, you won't eat out in the west You will not bring butter from effort if you shake it as much as you want The people have decided let alone the ugly dagger You've been eaten by gambling and his pit will swallow you If you respect yourself, you will be a Spiritual Father to me Living for the heart Stay before my people Religion is a choice why become a dictator There is no law at all to bring us anywhere The question of Dogmatic law is the question of canonical law You break it and we So what do we do??? The solution is to refuse you. Dn R

Olmaa.....Walgahii Sinoodoosii har'aa irratti falmii jabduutu ka'e. Abuna Hiziqi'eel abbaan jedhaman, Phaaphaasiin Kafaa...
04/07/2023

Olmaa.....
Walgahii Sinoodoosii har'aa irratti falmii jabduutu ka'e. Abuna Hiziqi'eel abbaan jedhaman, Phaaphaasiin Kafaa fi Beenchmaajii faa hadheeffatanii falmanii walgahiicha dhiisanii ba'aanii jiru. Abbaan kuni gaafiin kaasan keessaa:
1. Abbootii 25niin ala abbootii biroo filachuun maaliif barbaachiise?
2.Abbootii 25nan keessaa 4 qofa filatanii kaan dhiisuun waan ulaagaa hin guunneef moo maaliif?
3.Ulaagaa hin guunne yoo jedhame, maaltu madaalameetu maal guutuu dadhaban?
4.Warri amma filataman ulaagaa maaliitiin madaallamanii ulaagaa kam guutan?
5. Moo kana duuba waan akka matta'aa fi ulaagaa dhuunfaatu jira?
Abbaan kuni gaafiiwwan kanneenii fi kan biroo erga kaasanii booda walgahicha dhisanii bahanii jiru.

Abbootiin biroos qabaan bokkuu Abuna Heenook akkamitti dhiyaatan jechuun miseensoota koree filannoo keessaa Abuna Heenook gaafatanii jiru. Abuna Heenook ammoo 25nan keessaayiis qabaan bokkuu Abbaa Garimaa jedhaman waan filatamaniif deebii jedhu laatanii jiru.

Koreen filachiiftuu deebiin qubsaan laate tokkoyyu hin jiru. Filannee, filannee, nuuf mirkaneessaa deebii jedhu qofa laatan. Sababa yaadicharratti walii hin galinii fi Abuna Eewoosxaateewoosii fi Abuna Zeenaa Maarqoos walgahiicha irratti hin hirmaatiniif ajandicharratti murtiin otoo hin laatamiin boruuf bulee jira. Abbootii lamaaniifiis walgahicharrati akka argaman xalayaan barreeffameefii jira.

Abbootiin Sadan:Walgahii kanarraa homaa hin eeginaa. Abbootii muuddan biyya lallaba isaaniitti ramadaa. Kanaan ala adeemsa jiru hin fudhannu.
Waxabajjii 27/2015
Finfinnee

💒    ⛪️      ⛪️💒የታዕካ ነገሥት በዓታ ለማርያም አዳሪ ትምህርት ቤት እየተዳከመ መምጣት ያሳሰባቸው የተቋሙ ሠራተኞችና ደቀ መዛሙርት የተቃውሞ ሰልፍ አደረጉ።ታዕካ ነገሥት በዓታ ለማር...
14/06/2023

💒 ⛪️ ⛪️💒
የታዕካ ነገሥት በዓታ ለማርያም አዳሪ ትምህርት ቤት እየተዳከመ መምጣት ያሳሰባቸው የተቋሙ ሠራተኞችና ደቀ መዛሙርት የተቃውሞ ሰልፍ አደረጉ።

ታዕካ ነገሥት በዓታ ለማርያም 8 የሚከራዩ ሕንጻዎች ያሉት ሲሆን ከኪራዩ የሚገኝ ገንዘብ በቀጥታ ለጠቅላይ ቤተ ክህነት ገቢ የሚደረግ በመሆኑ የሠራተኞች ደሞዝና ለደቀ መዛሙርት የሚሆን ቀለብ በጀት ከጠቅላይ ቤተ ክህነት ሆኖ ለጠቅላይ ቤተ ክህነቱ ሰራተኞች ደመወዝ ጭማሪ ሲደረግ ለታዕካ ነገሥቱም ሰራተኞችና ተማሪዎች የበጀት ጭማሪ እንዲደረግ በብፁዕ ወቅዱስ አቡነ ጳውሎስ ዘመን ውሳኔ ላይ ተደርሶ ሲሰራበት የቆየ ቢሆንም ከቅርብ ጊዜ ወዲህ ግን ሸዋ ላይ የአብነት ትምህርት ቤት እንዳይኖር የሚፈልጉ ሰዎች አዳሪ ትምህርት ቤቱ ተዳክሞ ደቀመዛሙርቱ እንዲበተኑ ለማድረግ የበጀት ጭማሪ ክልከላ አድርገዋል የሚል ከፍተኛ ተቃውሞ በጠቅላይ ቤተ ክህነቱ ላይ እየቀረበ ነው

የመንበረ ፓትርያርክ ጠቅላይ ቤተ ክህነት በተለያዩ ጊዜ በሥሩ ላሉት ሰራተኞች የደመወዝ ጭማሪ ሲያደርግ ለታዕካ ነገሥት በዓታ ለማርያም ሰራተኞች ደመወዝ እና ለደቀ መዛሙርት ቀለብ የሚሆን የበጀት ጭማሪ ሳያደርግ በመቅረቱ ምክንያት በቤተ ክህነቱ ላይ ቅሬታ ያደረባቸው የተቋሙ ሠራተኞችና ደቀ መዛሙርት ወደ በመንበረ ፓትርያርክ ጠቅላይ ቤተ ክህነት ያመሩ ሲሆን፣

በብፁዕ ወቅዱስ አቡነ ጳውሎስ ጀምሮ በተወሰነው ውሳኔ መሠረት የደመወዝ ጭማሪ ያልተደረገ በመሆኑ ውሳኔው ተከብሮ የደመወዝ ጭማሪ ይደረግላቸው ካልሆነም በቤተ ክህነቱ ሥር ያሉ ሕንጻዎች ተመልስው ለታዕካ ነገሥት በዓታ ለማርያም እንዲሰጡ የሚል ጥያቄ ለማቅረብ ጠቅላይ ቤተ ክህነቱ ግቢ ተገኝተዋል።

ወትሮም ከወደ ከጎጃምና ጎንደር የሚመጡ ጉዳዮች ካልሆነ በቀር የሌሎችን ጉዳይ ማየትና ማስተናገድ የማይፈልጉት አባ አብርሃም አሞኛል ጉዳያችሁ በምክትል ጠቅላይ ሥራአስኪያጅ በኩል ይታያላችሁ በማለት ቢሮአቸው ለቀው መውጣታቸውን ለማረጋገጥ ችለናል።

የታዕካ ነገሥት በዓታ ለማርያም አዳሪ ትምህርት ቤት በብፁዕ ወቅዱስ አቡነ ጳውሎስ ዘመን ጀምሮ ለቤተ ክህነቱ የደመወዝ ጭማሪ ሲደረግ ለታዕካ ነገሥት በዓታ ለማርያም እንዲጨመር የሚል ውሳኔ ላይ ተደርሶ ሲሰራበት ከበቆየ በኋላ አሁን ላይ ውሳኔው እንዲጣስ የተደረገው የተቋሙ ሰራተኞች እና የአዳሪ ትምህርት ቤቱ /ደቀመዛሙርት /አብዛኞቹ የሸዋ ተወላጆች ናቸው የሚሉ ሸዋ /ኦሮሞ /ጠል የሆኑ ሰዎች ጠቅላይ ቤተ ክህነቱን ከተቆጣጠሩበት ጊዜ ጀምሮ ነው ሲሉ ለጉዳዩ ቅርበት ያላቸው ወጎኖች ያስረዳሉ።

Giincii.....Hokkorri_uumameera.Guyya kaleessaa jechuun 4/9/15 Mana Kiristaanaa Giincii Mikaa'eelitti Hokkorri ka'ee ture...
12/06/2023

Giincii.....
Hokkorri_uumameera.
Guyya kaleessaa jechuun 4/9/15 Mana Kiristaanaa Giincii Mikaa'eelitti Hokkorri ka'ee ture,
Rakkoon jirus Muudama irratti. Kanaan dura akkuma beekamu Bulchiinsa irra kan tura "Megaabii Senay Luba Gaashaa" kan jedhaman Qajeelfama Abbaa Naatinaa'eeliitiin bakka sanaa kaafamaniiru. Qajeelfama Abbaa Naatinaa'eeliitiin Bulchaan haaraan dhufe immoo "Melake Tsehaay abbaa Welde Gabreel" kan jedhamanidha.
Kanaaf Qeeroo fi Qarreen Quuqama mana Amantaaf qaban 'O2'n magaalichaa Beeksisa Muudama haaraa sana irratti gaaffii Waltajjii Dilbataa irratti kaasaniin, Geggeessitoota Waltajjii sanaa kan ta'an, Murna Abbaa Naatinaa'eeliin Yaadi isaanii ukkaamfamuuf waan ka'eef Okkorri ka'ee ture,
Kanaafis qaamni Mootummaa keessa seenuun tasgabbeessaniiru.

Yaadi Hordoftoota mana Amantichaa O2 Giincii Abbaa Naatinaa'eliin hin barbaannu, kan jedhu yemmuu ta'u, Qajeelfama Abbaa Naatinaa'eliin Sirni Muudamaa geggeeffamuu hin qabu kan jedhudha.
'O2'n Magalaa Giincii Gabrummaaf tole hin jedhiinaa!
O2'n Godiinni Shawwaa Lixaas yaadaa fi maallaqaan jabeessaan dhaamsa kiyya!
Waxabajjii 5/2015
Finfinnee
Madda: Obsinan Kitesa Yadeta

Ibsa Ejjannoo Mana Amantaa Ortodoksi Tawaahidoo Itiyoophiyaatti Waajjira Qindeessaa Biyyoota Lallabaa OROMIYAA Irraa ken...
26/05/2023

Ibsa Ejjannoo Mana Amantaa Ortodoksi Tawaahidoo Itiyoophiyaatti Waajjira Qindeessaa Biyyoota Lallabaa OROMIYAA Irraa kenname

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when EOTC-Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share