Passport ፓስፖርት Paaspoortii

Passport ፓስፖርት Paaspoortii Tajaajila/Service/አገልግሎት

Galmee paaspoortii oonlaayinii fi Beellama
የፓስፖርት Online ምዝገባ እና ቀጠሮ! Online passport registration and Appointment!

Paaspoortii haaraa
03/07/2026

Paaspoortii haaraa

Paaspoortii Haaraa

09/06/2026

Hojii irra jirra

09/06/2026

Paaspoortii Baasuuf Qaamaan Argamanii Ashaaraa Kennuun Hafuufi

Tajaajilli Imigireeshinii fi Lammummaa, tajaajilamtoonni ashaaraa kennuuf qaamaan argamuun osoo isaan hin barbaachisiin, tajaajila paaspoortii guutummaatti toora interneetiitiin (online) argachuu kan itti danda'an hojimaata haaraa diriirsaa jiraachuu beeksise. Kanaanis lammileen paaspoortii isaanii manuma taa'uun xumuratanii argachuu danda'u jedhameera.

Daayirektarri Olaanaa dhaabbatichaa Aadde Salaamaawit akka ibsanitti, hojimaata haaraa kana hojiirra oolchuuf sirni paaspoortii waraqaa eenyummaa diijitaalaa biyyoolessaa 'Faayidaa' jedhamu waliin qindaa'aa jira. Hojimaanni kun lammileen ragaa 'Faayidaa' irra jiru kallattiin fayyadamuun, manaa osoo hin bahiin adeemsa paaspoortii isaanii xumuranii akka argatan isaan dandeessisa.

Dabalataanis, maqaa galmee toora interneetiitiin gochaalee waliin dhahinsaa fi seeraan alaa raawwataman ittisuuf tarkaanfiin fudhatamaa jira. Haaluma kanaan, namni tokko iddoo tokko ta'uun namoota 10 ol galmeessuu akka hin dandeenye sirni to'annoo cimaan diriirfamuusaa dhaabbatichi himeera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

MIIDIYAA ABDII SABAA

aaspoortii haaraa baafachuuf maal maaltu barbaachisaa?
05/06/2026

aaspoortii haaraa baafachuuf maal maaltu barbaachisaa?

Paaspoortii bade baafachuudhaaf ragaaleen isin barbaachisan:-1. Ragaa waajjira poolisii irraa2. FAYDA ID Waraqaa eenyumm...
02/06/2026

Paaspoortii bade baafachuudhaaf ragaaleen isin barbaachisan:-
1. Ragaa waajjira poolisii irraa
2. FAYDA ID Waraqaa eenyummaa haaromfame/
3. Odeeffannoo paasportii isin jalaa badee(lakkofsa paaspoortii,yeroo itti kennaamee fi yeroo itti dhumu)
4. Odeefannoo paaspoortii isin jalaa badee yoo hin qabaanne tajaajila immigireeshinii fi lammummaa isinitti dhihoo jiru argachuu dandeessu.

የጠፋ ፓስፖርት
1. የፖሊስ ማስረጃ
2. የታደሰ የቀበሌ መታወቂያ/FAYDA ID
3. የጠፋው ፓስፖርት መረጃ (የፓስፖርት ቁጥር፣ የተሰጠበት ቀን እና የሚያልቅበት ቀን)
4. የፓስፖርት መረጃ ከሌለዎት አቅራቢያዎ ባለ ኢሚግሬሽን ቢሮ በአካል በመሄድ ማግኘት ይችላሉ።

Paaspoortii Haaraa
01/06/2026

Paaspoortii Haaraa

28/05/2026

Odeeffanoo guutuu maxxansineerra.

Fuula feesbuukii keenya Passport ፓስፖርት Paaspoortii hordofaa. taasisaa.

1. Paaspoortii haaraa baafachuuf
2. Haareffachuuf
3. Sirreeffamaaf
4. Kan bade irra deebiin baafachuuf
5. Gatii kaffaltii

Kaffaltii tajaajila paaspoortiiPassport service fee
28/05/2026

Kaffaltii tajaajila paaspoortii

Passport service fee

Address

1
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Passport ፓስፖርት Paaspoortii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share