28/05/2026
Dogoggora sirreeffachuuf:
1. Umrii, Bakka Dhalootaa, Suuraa fi Qubee Sirreessuuf Kan Raawwatamuu Qaban:
a) Paaspoortii Jalqabaa (Original) (Paaspoortichi kan bade yoo ta'e, ragaa Poolisii)
b) Ragaa Dhalootaa (Birth Certificate)
c) FAYDA ID fi Suuraa Guurdii tokko (1)
2. Maqaa Guutuu Jijjiiruuf (Name Change):
a) Murtee Mana Murtii (Court Order)
b) Paaspoortii Jalqabaa (Original) (Paaspoortichi kan bade yoo ta'e, ragaa Poolisii)
c) Fayda ID
d) Suuraa Gurdii tokko (1)
Contact us: 092 322 0755
እርማት
1. እድሜ፣ የትውልድ ቦታ፣ ፎቶግራፍ፣ ፊደል ለማስተካከል መሟላት ያለባቸው
• ኦርጅናል ፓስፖርት (ፓስፖርቱ የጠፋ ከሆነ የፖሊስ ማስረጃ)
• የልደት ምስክር ወረቀት
• FAYDA ID & አንድ ጉርድ ፎቶግራፍ
2. ሙሉ ስም ለመቀየር
• የፍርድ ቤት ውሳኔ
• ኦርጅናል ፓስፖርት (ፓስፖርቱ የጠፋ ከሆነ የፖሊስ ማስረጃ)
• FAYDA ID
• አንድ ጉርድ ፎቶግራፍ
Contact us: 092 322 0755