18/06/2026
Oksiijinii argachuuf fayyaa ta'u qofti ga'aadha. Namootni yeroo kana Oksiijinii bitachuun harganaa jiran heedduudha.
Ati garuu Fayyaa keeti. Maaloo mee fayyaadhuma ta'uukeef Waaqayyoon galateeffadhu!
Galatakee Abbaakoo....