28/07/2026
Guyyaa har'aa Adoolessa 19/2018 waldaa keenya keessaa barattoota bara barnoota 2018A.L.I tti KG- Grade tti sadarkaa 1-3 bahaniifi % 98 ol fidan badhaasneerra.
Kanas ijjoollonni boru biyya kana geggeessuutti hojii Wangeela Mootummaa Waaqayyoo babalisuuf kan eegaman waan ta'eef hamileessuuf.
Waaqayyo sin haa eebbisu
P Birhanu Deressa Idessa
Singer Abarraa Galaan
Meti Galata
Asmera Deresa
Biqilaa Birhaanuu
Tasfaye Lataa
Fikiruu Luluu