WWW MY Afaan Oromoo Burqaa Aqaaqii

WWW MY Afaan Oromoo Burqaa Aqaaqii When Jesus say Yes, no body can say No!!!

Ayyaana galataa waldaa keenyaa kan bara kanaa Amajji 20, 2024 waaree dura suuraadhaan.
20/01/2024

Ayyaana galataa waldaa keenyaa kan bara kanaa Amajji 20, 2024 waaree dura suuraadhaan.

Laanjiin gaa'ela maatii bifa hawwataa ta'een eegalee jira. Waaree booda 8:30 irraa eegalee irraa hin hafinaa!!!
21/10/2023

Laanjiin gaa'ela maatii bifa hawwataa ta'een eegalee jira.

Waaree booda 8:30 irraa eegalee irraa hin hafinaa!!!

05/05/2022

Kabajamoo fi jaallatamoo fuula FB WWW MY Afaan Oromoi Burqaa Aqaaqii bakka jirtanitti nagaan isiniif haa baay'atu!!!

23/04/2022

Baga Jal-bultii ayyaana du'aa ka'uu nagaan geessan. Yesuus du'aa ka'eera. Duunis mo'ameera! Nuuf immoo jireenyi ta'eera.

07/04/2022

Nagaan waaqayyoo isiniif haa baay'atu!!! Kun fuula WWW MY Burqaa Aqaaqiiti. Namoota hedduu bira ga'uu akka danda'utti fuula kana waliif hiraa!!!

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WWW MY Afaan Oromoo Burqaa Aqaaqii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to WWW MY Afaan Oromoo Burqaa Aqaaqii:

Share