Holy Assembly Evangelical Church

Holy Assembly Evangelical Church May God bless you those liked and shared also this page. This page is Religious Organization. Due

16/02/2025

Filp. 4
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁴ Yeroo hundumaa gooftaatti gammadaa! Ammas irra deebi'ee nan jedha, gammadaa!
⁵ Garraamummaan keessan nama hundumaa biratti haa beekamu! Gooftaan dhi'oo dha, dhi'ootti in dhufas.
⁶ Waan hundumaatti, kadhataa fi himataan galataa wajjin wanti is in barbaachisu Waaqayyo duratti akka beekamu godhaa malee, waanuma tokkotti yaaddoo hin qabaatinaa!

04/12/2024

“Namni adduma addaan akka gooftichi isaaf qoodee kennetti, akka yeroo Waaqayyo isa waamettis itti fufee haa jiraatu; akkuma kanattis waldoota kristiyaanaa iddoo hundumaa jiran nan seerradha.”
— 1Qor. 7:17

20/07/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Suso Fufa, Degebasa Benti

  Design 0913238345
12/07/2024

Design
0913238345

Watch, follow, and discover more trending content.

22/06/2024

Watch, follow, and discover more trending content.

“Humna hafuura qulqulluutiin abdiitti guddachaa akka adeemtanitti, Waaqayyo inni abdii namaaf kennu, isatti amanuu keess...
09/04/2024

“Humna hafuura qulqulluutiin abdiitti guddachaa akka adeemtanitti, Waaqayyo inni abdii namaaf kennu, isatti amanuu keessaniin gammachuu fi nagaa hundumaan isin haa guutu!”
— Rom. 15:13

16/10/2023

Kennaa isa caalu Kiristoosiif ❤❤

“Maariyaam yommus urgooftuu dibataa makaa hin qabne hidda biqiltuu gati-jabeessa "Naardos" jedhamu irraa kan hojjetame, akka walakkaa liitrii kan ta'u fuutee, miilla Yesus lachuu dibdee, rifeensa mataa isbeetiinis haxoofte; manichi immoo foolii urgooftuu sanaatiin in guutame.”
— Yoh. 12:3

God is Love
24/03/2023

God is Love

Watch, follow, and discover more trending content.

“The one who believes and is baptized will be saved, but the one who doesn't believe will be condemned.”  — Mar 16:16
22/03/2023

“The one who believes and is baptized will be saved, but the one who doesn't believe will be condemned.”
— Mar 16:16

Watch, follow, and discover more trending content.

09/02/2023

WAAQAYYOO GAARII DHA.
እግዚአብሔር መልካም ነው።
GOD IS GOOD.
PSALM 25:8

Geat job! God is good! We love you!❤
24/01/2023

Geat job! God is good! We love you!❤

02/01/2023

“ከእግዚአብሔር አብ ከጌታም ከኢየሱስ ክርስቶስ ሰላምና ፍቅር ከእምነት ጋር ለወንድሞች ይሁን።”
— ኤፌሶን 6፥23

Address

Oromiya
Addis Ababa
000000

Telephone

+251904602116

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Holy Assembly Evangelical Church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Holy Assembly Evangelical Church:

Share