Burayu preparatory fellowship BPF

Burayu preparatory fellowship BPF Nuti garuu kristoos isa fannifame lallabna! biyya lafaatti gowwummaa yoo fakkaate iyyuu nuuf fayyina!

¹⁵ Yesus itti fufee, "Isin yoo na jaallattan abboommota koo in eegdu.    ¹⁶ Ani abbaa nan kadhadha, inni bara baraan isi...
07/09/2025

¹⁵ Yesus itti fufee, "Isin yoo na jaallattan abboommota koo in eegdu. ¹⁶ Ani abbaa nan kadhadha, inni bara baraan isin bira haa jiraatuuf, kan biraa kan isiniif dubbatu, isiniif in kenna.

= Wangeela Yohannis : 14

 Burayu preparatory fellowship BPF
30/01/2025


Burayu preparatory fellowship BPF

This FridayBurayu preparatory fellowship BPF
22/01/2025

This Friday
Burayu preparatory fellowship BPF

Guyyaa borii🔥BBurayu preparatory fellowship BPFpBurayu preparatory fellowship BPFfBurayu preparatory fellowship BPFBBura...
09/01/2025

Guyyaa borii🔥
BBurayu preparatory fellowship BPFpBurayu preparatory fellowship BPFfBurayu preparatory fellowship BPFBBurayu preparatory fellowship BPF

TodayStarts 10:00Burayu preparatory fellowship BPF
03/01/2025

Today
Starts 10:00
Burayu preparatory fellowship BPF

Merry Christmas 🎄 Nagaan Waaqayyoo isiniif haa tahu jechaa guyyaa borii kottaa waliin Waaqayyoon Waaqessinaa sa'atii 10:...
02/01/2025

Merry Christmas 🎄
Nagaan Waaqayyoo isiniif haa tahu jechaa guyyaa borii kottaa waliin Waaqayyoon Waaqessinaa sa'atii 10:00 kaasee guyyaa waaqeffannaa waan jiruuf hundumtii keessan akka irraa hin hafne.
BBurayu preparatory fellowship BPFpBurayu preparatory fellowship BPFfBurayu preparatory fellowship BPFBBurayu preparatory fellowship BPF

TODAY 💥BBurayu preparatory fellowship BPFpBurayu preparatory fellowship BPFfBurayu preparatory fellowship BPFBBurayu pre...
13/12/2024

TODAY 💥
BBurayu preparatory fellowship BPFpBurayu preparatory fellowship BPFfBurayu preparatory fellowship BPFBBurayu preparatory fellowship BPF

“Michoota ko! Nuyi amma ijoollee Waaqayyoo ti; isa booddee immoo maal ta'uuf akka jirru mul'ataa miti. Haa ta'u iyyuu ma...
06/12/2024

“Michoota ko! Nuyi amma ijoollee Waaqayyoo ti; isa booddee immoo maal ta'uuf akka jirru mul'ataa miti. Haa ta'u iyyuu malee, yommuu inni mul'atu inni akka jirutti isa arguuf waan jirruuf, akka isaa akka taanu beekna.”
1Yoh. 3:2
Burayu preparatory fellowship BPF
Sagantaa keenya guyyaa jimaataa.

“Ergichi isin jalqabaa jalqabdanii dhageessan, "Wal jaallachuun nuuf ta'a" isa jedhuu dha.”   1Yoh. 3:11Burayu preparato...
05/12/2024

“Ergichi isin jalqabaa jalqabdanii dhageessan, "Wal jaallachuun nuuf ta'a" isa jedhuu dha.”
1Yoh. 3:11
Burayu preparatory fellowship BPF

“The grace of our Lord Jesus Christ be with your spirit. Amen.  Starts at 09:0
28/11/2024

“The grace of our Lord Jesus Christ be with your spirit. Amen.

Starts at 09:0

Guyyaa borii hin hafamu.Burayu preparatory fellowship BPF
28/11/2024

Guyyaa borii hin hafamu.
Burayu preparatory fellowship BPF

Qol. 3¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯³ Isin duutaniittu; jireenyi keessan Kristosii wajjin Waaqayyo keessa dhokateera.⁴ Kristos inni jireenya...
26/11/2024

Qol. 3
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
³ Isin duutaniittu; jireenyi keessan Kristosii wajjin Waaqayyo keessa dhokateera.
⁴ Kristos inni jireenya nuuf ta'e yommuu mul'atu isinis immoo isaa wajjin ulfinaan mul'achuuf jirtu.
Guyyaa fuula keenya dura jiru jimaata jechuun gaafa 20/03/2017 sa'atii 09:00 kaasee qophii addaa fellowship keenyan qophaa'e waan jiruuf ammasitti hiriyoottan keessaniif qooduudhan guyyicha immoo waliin argamnee Waaqayyoon haa waaqeessinu.
Share gochuun ergaa keenya nuuf qoodaa.
Ayyaanni isiniif haa baayyatu.
Burayu preparatory fellowship BPF

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Burayu preparatory fellowship BPF posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share