Man Of God Yerosan Mekonnen

Man Of God Yerosan Mekonnen Let's Pray for our Nation!

10/09/2021

Please, give a chance for others!

22/04/2020

KIRISTIYAANOTAAF YEROON KUN YEROO KAM IRRAYYUU YEROO QOPHAA'UMMAA, YEROO DAMMAQUU, YEROO TOKKUMMAA'UU...TA'UU QABA.
==========================
Inni hamaan sun balbalatti dhiyaachaa jira. Nutimmoo qooda jaalala qabaannu jibbaan, qooda waan gaarii waa'ee walii keenyaa dubbannu hamaa, qooda wangeela Mootummaa Waaqayyoo lallabnu dhibee baraa, yaaddoo, kkf...
Gara Ogummaatti deebi'uu qabna.
-Jaalala kufe kaasnee
-Tokkummaa diigame ijaarree
-Halkanii fi guyyaa dhugaa nuuf gale lallabnee
-Qooda obboleessa/obboleettii keenya hammeessinu gorfannee
Akkasittiin harka walqabannee gara fuula duraatti haa adeemnuun dhaamsa kiyya!

19/04/2020

Joobiraaf kan balaliisni mijatu gaafa qilleensi humna dabalee bubbisuudha.
Namni amantiis akkanuma. Egaa qilleensa yeroo ammaa kana namootaa fi biyyoota baay'ee raasaa jiru kana hin sodaatinaa! Kiristiyaanotaa fi tajaajiltoota baay'eef olka'insa keessantu dabaluufi.
Gooftaan jira. Isa amma ilaallee mogoleen nu raafamu kana ni dhabna! Duumessi lafa uwwise kun ni godaana. Waaqayyo nu yaadata. Dirree galataatti yaa'uuf jirra...

Address

Addis Ababa
WHAT

Telephone

+251929493112

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Man Of God Yerosan Mekonnen posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Man Of God Yerosan Mekonnen:

Share