Betekristian tube

Betekristian tube የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተክርስቲያን ⛪

16/07/2025
Bagaa Gessan!!
12/07/2025

Bagaa Gessan!!

ቤዛነት ለአንቺ በያንስብሽ እንጅ አይበዛብሽም❤
27/04/2025

ቤዛነት ለአንቺ በያንስብሽ እንጅ አይበዛብሽም❤

10/03/2024

Maaqa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokkoo Ameen!

waliif godha waaqayyoo wajjin nuf birmadha murtiiti nu himatanii jiru!

Kutaa 2ffaa...

Akkam Jirtan Maatti Waaqayyoo Nageenyii Waaqayyoo Kadhaanaan Haadha keenya Qulqulleetti Kidaanemihiretii Bakka jirtan hundaatti isiniif haa baay'atu!

Yeroo ammaa kana daa'iman abba fi haadha hin qabne kan gadaamiichi gudisuu dabalatee namoota fayinaa barbaacha guyyaa guyyaan achii deman malee dhabaataadhan kan gaadamicha keessa jiraatan namoota 300 olidha.
Abbonni keenya nu jalaa hidhamnaan nuttis ni burjaajoofnaa idoo dhaqnuu hin qabnuu jechuun abboota gadamichaa fi harmoota akkasumas gargaartota gadaamichaa ta'uun gara Bulchiinsaa Aanaa bakkoo tibeetti hiriraa bahannii yoo gaafataniis deebii hin argattiin hafuun abboonni keenya yeroo amma kana mana murtiiti himatamani jiru.
Kanaaf qaamni motumaa dhimmi isaa isin ilaalatu furmaata akka nuuf laatan, akkasumas oggeesonni midiyaa kiristaanota taatan dhimma kana kiristaanoonni hundumatii rakkina keenya kana akka nuuf beeksiftan Maqaa Qulqulleetti kidanemihiretiin isin gaafana.

Videon kun jiraatonni gadaamii gara bulchinsaa aanaa bokkoo tibeetti hiriiraa bahanii nama isaan dubisuu yeroo dhabanidha.
waliif godha waaqayyoo wajjin nuf birmadha.

10/03/2024
Maaqa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokkoo Ameen!       waliif godha waaqayyoo wajjin nuf birmadha   mu...
10/03/2024

Maaqa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokkoo Ameen!

waliif godha waaqayyoo wajjin nuf birmadha murtiiti nu himatanii jiru!

Kutaa 1ffaa...

Akkam Jirtan Maatti Waaqayyoo Nageenyii Waaqayyoo Kadhaanaan Haadha keenya Qulqulleetti Kidaanemihiretii Bakka jirtan hundaatti isiniif haa baay'atu!

Baga jalabultii Sooma(laguu) Gooftaa keenyaan isin gahe nu gahee!

Waaqayyoon Sooma kanaan biyya keenyaaf nagaa fi jaalalaa akka nuuf buusu ni kadhanaa isinis nuuf Kadhaadha!

Yeroo amma kana Qurumsii Gaadamii keenya kana irrattii ka'ee waan jiruuf waaqayyoon akka nurraa tasgabeesuuf nuuf kadhadhaa.

Kanatti Ansuudhaanis Gadaamiin keenyaa yeroo amma kana "Bosonaa cirtanii lafa dabartannii fayyadamtannii" jechuudhaan Bulchaa fi Hundeesaa Gadamichaa kan ta'an B/Q/A/W/de Giyoorgisiin dabalatee tajaajjilaa gadaamichaa kan ta'an Q/A/w/de Maariyaamin akkasumas jiraatotaa naannoo sana firistaanota kan ta'an immoo bosonaa akka ciraniif daanagaa akka darbanniif degartaniirtuu jechuudhaan namoota shan mana murtii aanaa bakoo tibeetti himachaa jiruu. Haa ta'u male garu dhugaan lafa jiru garu kana mitti manni kiristaana kenyaa biqiltuu dhaabuun male ciruudhan kan beekamtu mitti kanafis biqiloonni kumaataman lakkawaman waagoota sadetaan darban d kessatti mooraa gadaamii keenyaa keessa dhaabamannii kununfamaa jiran raagadha.kanas namani kamu dhufee ilaaluun mirkaneesuu kan danda'udha.
Daangaa dabartan kan jedhames daangaa nuuf heeyyamamen allatti kan nutti darbinee fayyadamne hin jiru;
Haa ta'u malee dhimmichii dhimaa bosonaa fi daangaa osoo hin taanee dhiibaa amantaa kan of keessaa qabudha.
Abboota amantaa acjii tajaajjilan hidhuun gadaamichaa balleesuuf kayyeefatee kan ka'edha......kutaa 2ffaa isaa dubbisaa

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Betekristian tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Betekristian tube:

Share