17/09/2025
የመሠረተ ክርስቶስ ቤተክርስቲያን አገልጋይ በሆነው ወንድም ከበደ በከሬ በሚል ርዕስ የተዘጋጀው መጽሐፍ ለክርስቲያን ወጣቶች እጅግ ጠቃሚ መጽሐፍ ነው። ዕድሜያቸው ከ13 አመት በላይ የሆኑ ወጣቶች በሁለንተናዊነት ህይወታቸው እንዲያድጉ የሚያገለግል መሆኑን በመጽሐፉ እየተጠቀሙ የሚገኙ አጥቢያዎቻችን መስክረዋል። እናንተም ይህን በአማሪኛ እና አፋን ኦሮሞ የተዘጋጀውን መጽሐፍ በቤተክርስቲያን የወጣቶች መጽሐፍ ቅዱስ ጥናት ጊዜ እና በሌሎች መንገዶች እንድትጠቀሙበት እንመክራለን።
📍መጽሐፉን በመሠረተ ክርስቶስ ቤተክርስቲያን ዋናው ቢሮ ህንፃ፥ በፖይሜን ሚንስትሪ ቢሮ 1ኛ ፎቅ ያገኙታል።
📞 ለተጨማሪ መረጃ:
ቃልኪዳን ግርማ: +251980114059
+_ta’aaniif_kitaaba_qophaa’e
Kitaaba jedhu obboleessa keenya tajaajilaa Waldaa Masarata Kristoos kan ta’en barsiisaa kan qophaa’e dargaggoota Kiristiyaana ta’aniif kitaaba baay’ee barbaachisaadha. Kitaabni kun dargaggoota Kiristaanaa gargaaraa fi barnoota fayyaa ta’eedha. Dargaggoota umrii waggaa 13 fi isaa ol jiran hundaaf bu’a qabeessa ta’uu isaa kutaaleen waldaa kitaaba kanatti fayyadamaa jiran dhugaa ba’anii jiru. Isinis dargaggoonni Waldaa kiristaanaa keessatti yeroo qu’annaa Macaafa Qulqulluutiifi leenjii adda addaatiif itti fayyadamuuf hedduu hawwataafi bu’aa guddaa buusuu kan danda’uu waan ta’ee yoo itti fayyadamtan gaariidha.
📍Bakka argamaa: Gamoo Waldaa Masarata Kirististoos Waajjira Olaanaa darbii 1ffaa, Waajjira Pooyimen Ministirii, irratti argachuu ni dandeessu.
📞 Odeeffannoo dabalataaf:
Qaalkidaan Girmaa: +251980114059