15/04/2026
✋Nagaaf ayyaanni waaqayyoo inni hubannaaf yaada namaa eegu hunduma keessaniif haabaay'atu obboloota jaallatamoo
😍JIMAATA DHUFUU GUYYAA GAAFA 09/08/ 2018 SA’A 8:30 IRRAA EEGALEE Qophii Addaa
Yeroo Waaqeffannaa adda
Yeroo dubii Sagalee waqayyoo
hafuunii immo dhorkaa dha
Hundumti keessan hafferamtanitu.
🙏maarree isinis wal yaadachiisuun obboloota afeeruudhaan yeroodhan akka irratti nuuf argamtan jaalalaa kiristoosiin isin beeksisuu jaallana