Waanti Waaqayyoof hin dandaa'amne hin jiru

Waanti Waaqayyoof hin dandaa'amne hin jiru Yesuus gooftaa dha!!!

08/05/2023
Ergaa kee guyyaa har'ati   jedhii fudhadhu. Hiriyoota keetifis   godhi.
25/07/2022

Ergaa kee guyyaa har'ati jedhii fudhadhu. Hiriyoota keetifis godhi.

  online irra yoo jiraatte kadhanni kun Yoo si qaqqabe ati nama carroomtedha, waaqayyo wa'eekeef ergaa qaba, barreeffama...
17/07/2022

online irra yoo jiraatte kadhanni kun Yoo si qaqqabe ati nama carroomtedha, waaqayyo wa'eekeef ergaa qaba, barreeffama kana amantiidhaan dubbifadhu jedhi fudhadhuu.
√Dhagahi siittin himaa balballi gara garaa cufaa fakkaate kan si dura hiriire balballi hojii, gaa'ilaa, tajaajila, balbala kamillee haa ta'uu harka waaqayyon siif haa banamu,
Tajaajili milkaa'i
Baradhuu milkaa'i
Daldali milkaa'i
Hojjedhu milkaa'i
Wanti Ati yaaddef karoorfatte siif haa milkaa'u
Wanti milkaa'inakee qabu barbaadu, Humni xonqolaa,moraa,xibaara ,jawwichaa siin danda'iin.
Wanti Ati Harkaan qabde siif haa ebbifamuu. Kadhanna kanatti Yoo amante
Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen Jedhi Godhii dhaloota biraan gahi. kanas gochuu hin dagatiin.

⛪️Ergaa Sagalee Waaqayyoo Guyyaa Har’aa ⛪️                  🕊  ’achi_Abdii_Qabda 🕊 📖 Iyo. 14¯¯¯¯¯⁷ "Mukti yoo murame iyy...
17/07/2022

⛪️Ergaa Sagalee Waaqayyoo Guyyaa Har’aa ⛪️
🕊 ’achi_Abdii_Qabda 🕊

📖 Iyo. 14¯¯¯¯¯⁷ "Mukti yoo murame iyyuu deebi'ee waan latuuf, damee godhachuun isaas waan hin oolleef abdii qaba; ⁸ hiddi isaa lafa keessaa yoo dulloome iyyuu, gufuun isaa lafa keessatti yoo goge iyyuu, ⁹ foolii bishaaniitiin in lata, akka biqiltuu haaraas damee in baasa;

Ameeeeeeeeeen

Lammiileen Paakistaan 96.2% hordoftoota Amantii Isilaamaadha. Yeroo darbe keessa koonfiransii godhameen namoonni kuma af...
16/07/2022

Lammiileen Paakistaan 96.2% hordoftoota Amantii Isilaamaadha. Yeroo darbe keessa koonfiransii godhameen namoonni kuma afurtamii shan (45,000) halkan tokkotti gooftaa Yesuus tti amanuun miseensota maatii Waaqayyoo tti dabalamanii jiru. Ulfinni hunduu kan Waaqayyooti🙏❤

"Saba hundumaatti akka dhugaa ba'uuf, wangeelli mootummaa kun guutummaa biyya lafaatti in lallabama; kana booddees dhumni in dhufa” jedhe
Mat.24:14

16/07/2022

Yesuus Kiristoos Gooftadha!!!
Ameeeeeen

★Barri 2013. Seenuuf guyyoottan muraasatu hafaa. ★Kanaafu nama amanee Aaaameen jedheef yeroo hafte keessatti waa'een isa...
08/09/2020

★Barri 2013. Seenuuf guyyoottan muraasatu hafaa.
★Kanaafu nama amanee Aaaameen jedheef yeroo hafte keessatti waa'een isaa hojjatame bara haaraa irratti balbala haaraatu banamaaf
★Bara kuma lamaaf kudhasadiitti maqaa yesusin
-Balballi barumsaa,
-Balballi tajaajilaa,
-Balballi hojii,
-Balballi Ga'ilaa,
-Balballi Fayyinaa,
-Balballi Gammachuu,
-fi akkasumaasille balballi isin hin beekne isiniif haa
banamu!
★Wanti akka Naasu Sirrattis ta'e maatii kee irratti hin rawwattin.
★Amma Sagaleen basaa barri sii fulduraa jiru kun bara Milka'ina siif haa ta'u.
Kan sagalee kanatti Amanee Aameeeeeeeeen jedheef in ta'aa.
★Namni kamiyyuu Aaaaaaameeeeeen haa jedhu.
★Galatoomaa. Eebbifamaa

 !!!_______________________1. Waaqayyo waan hundumaa kan uume karaa isaatin 1-3, Ibr. 1:1-32. Waaqa bara baraa kan jalqa...
09/04/2019

!!!
_______________________
1. Waaqayyo waan hundumaa kan uume karaa isaatin 1-3, Ibr. 1:1-3
2. Waaqa bara baraa kan jalqabaa fi dhuma hin qabne. 1:17
3.Waaqayyo abbaan irraan mul'ata.
@ Ibr. 1:1-3
4. Waaqayyo karaa isaatin dubbata. 1:1-3
5.Dhoksaa Waaqayyoo keessa keenya dhokateedha.
Qol. 1:27
6. Waaqayyo dhiifamuu cubbuu kan godhu karaa isaatin qofa.
@ Rom. 3:25
7. Waaqayyo abbaan kan beekamu karaa isaatin. 10:22
8. Isaan Qajeellummaa, ogummaa,qulqullummaa aarsaa karaa Waaqayyoo biraa ittiin argannu . 1:30-31
9. Karaa isaatiin Waaqayyo jaalala isaa mul'ise. 4:9-10, Yoh. 3:16
10. Tokkicha ilma Waaqayyooti. 3:16
11. Maqaa isaatti amanuun dhifamuu cubbuu arganna. 10:43
12. Kennaa Waaqayyo hundumaarra caaludha.
@ Rom. 8:32
13. Waaqayyo karaa isaatin jireenya bara baraa nuuf kenne.5:11
14. Inni namaa fi Waaqayyo gidduu goree araarsu isa qofa. 2:5
15. Kadhannaan keenya kan dhagahamu karaa isaatin qofa.
@ Yoh. 14:13-14
16. Daandii tokkicha gara Waaqayyootti geessuudha.
@ Yoh. 14:6
17. Firdii bara baraa jalaa karaa isaatin Waaqayyo nu oolchee. 3: 18
18. Gara iddoo isa hundumaarra qulqulluu ta'eetti galuu kan dandeenyu karaa isaatin.
@ Ibr. 10:19-20
19. Hafuura Qulqulluu argachuu kan dandeenye isatti amanuu keenyani. 7:37-39
20. Waaqayyoon Waaqeffachuu kan dandeenyu karaa isaatin qofa.
@ Qol. 3:17
21. Boqonnaa lubbuu kan kennu isa qofa. 11:28
22. Eegduun ykn tikseen lubbuu keenyaa isa qofa.
@ 1Phex. 2:25
23. Isaan malee Fayyinni karaa biraan hin jiru 4:12
24. Isatti amanuu dhiisuun firdiidha
@ Yoh. 3:18
25. Du'a isaatin Waaqayyotti waan araaramneef ykn Waaqayyoon biraa araara arganne.
@ Rom. 5:10
26. Karaa isaatin ijoollee Waaqayyoo taane. 1:5
27. Waaqayyoon biratti waa'ee keenyaf inni falmu isa. 2:1
28. Dhiiga isaan cubburraa qulqulloofne.
@ 1Yoh. 1:7 or. 1:24
29. Guutummaan Waaqayyummaa namummaa Kiristoos keessa jira.
@ Qol. 2:9
30. Humnaa fi ogummaa Waaqayyooti. 1:24
31. Isaan malee homaa gochuu hin dandeenyu. 15:5
32. Galmeen ogummaa fi beekumsaa isa. 2:3
33. Waaqayyoo keenya isa guddaa fi fayyisaa keenya. IYESUU! 2:12-13
34. Waaqayyo dhagahaa kan jedhe isa. 17:5
35. Angafa lubootaa isa bantii Waaqaa keessatti gara mirga teessoo Waaqayyoo taa'edha. 8:1
Eebbifamaa.

03/07/2018

Breakthrough in your JOB !
Breakthrough in your OFFICE !
Breakthrough in your BUSINESS !
Breakthrough in your MARRIAGE !
Breakthrough in your FINANCE !
Breakthrough in your INCOME !
Breakthrough in your SECURITY !
Breakthrough in your INCOME !
Breakthrough in your RELATIONSHIP!
Breakthrough in your WEDDING DATE!
Breakthrough on your INTRODUCTION DATE , IN JESUS
NAME.

★Barri 2010. Seenuuf guyyoottan muraasatu hafaa. ★Kanaafu nama amanee Aaaameen jedheef yeroo hafte keessatti waa'een isa...
31/08/2017

★Barri 2010. Seenuuf guyyoottan muraasatu hafaa.
★Kanaafu nama amanee Aaaameen jedheef yeroo hafte keessatti waa'een isaa hojjatame bara haaraa irratti balbala haaraatu banamaaf
★Bara kuma lamaaf kudhanitti maqaa yesusin
-Balballi barumsaa,
-Balballi tajaajilaa,
-Balballi hojii,
-Balballi Ga'ilaa,
-Balballi Fayyinaa,
-Balballi Gammachuu,
-fi akkasumaasille balballi isin hin beekne isiniif haa
banamu!
★Wanti akka Naasu Sirrattis ta'e maatii kee irratti hin rawwattin.
★Amma Sagaleen basaa barri sii fulduraa jiru kun bara Milka'ina siif haa ta'u.
Kan sagalee kanatti Amanee Aameeeeeeeeen jedheef in ta'aa.
★Namni kamiyyuu Aaaaaaameeeeeen haa jedhu.
★Galatoomaa. Eebbifamaa

09/03/2017
Yaa Waaqayyoo Ati Aalfa fi Oomegaa dha. Jalqabaf dhuma kan hin qabne  dha. Ati bara baraan moote jiraatta. Mootes kan it...
09/03/2017

Yaa Waaqayyoo Ati Aalfa fi Oomegaa dha. Jalqabaf dhuma kan hin qabne dha. Ati bara baraan moote jiraatta. Mootes kan itti fufu si duwwaa dha. An si maale Abbaa bira hin qabu. Siin malee second tokkof socho'u hin danda'u; Abbaan ofii nama gatu danda'a, Haati ofiis nama buusu dandessii, Firri ofiis nama nuffe namarra fagaachu danda'a garaas jabachuu danda'a Waaqayyoo koo dandaa'a waan hunda koo Ati duwwan na buusin, na gatiin, Narraa hin fagatiin.
=========Ameeeeeeen==========

Address

Adama

Telephone

+251910197560

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waanti Waaqayyoof hin dandaa'amne hin jiru posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Waanti Waaqayyoof hin dandaa'amne hin jiru:

Share