Badhaasaa Jiisaa Jimaa

Badhaasaa Jiisaa Jimaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Badhaasaa Jiisaa Jimaa, Religious Center, Adama.

Adama Shewa Ethiopia Visit Oromia
05/09/2026

Adama Shewa Ethiopia
Visit Oromia

‎Hin dagadhu gammachu San ‎Isaa gafas na mul'istee ‎Kan rakkisuf hamaa ta'uus ‎Harka keerra na jiraachiste ‎Kan akkana e...
05/09/2026

‎Hin dagadhu gammachu San
‎Isaa gafas na mul'istee
‎Kan rakkisuf hamaa ta'uus
‎Harka keerra na jiraachiste
‎Kan akkana eessa Jira
‎Osoo jibbani kan jaalatu
‎Iyeesusi maqaansa x2
‎Gaarii kan raawwatu

Baga Geessan .Adaamaa Qulqulluu Gabri'eel
25/08/2026

Baga Geessan .
Adaamaa Qulqulluu Gabri'eel

25/08/2026
17/07/2026
17/07/2026
Waaqayyo wanta ja'a in jibba, isa torbaffaa immoo in ciigga'a; ‎Macaafa Fakkeenya 6:16-19‎‎1, Nama waan guddaatti of ila...
26/06/2026

Waaqayyo wanta ja'a in jibba, isa torbaffaa immoo in ciigga'a;
‎Macaafa Fakkeenya 6:16-19

‎1, Nama waan guddaatti of ilaalu,
‎2, Arraba sobu,
‎3, Harka dhiiga nama balleessaa hin qabnee dhangalaasu,
‎4, Garaa akeeka hamaa yaadee qopheessu,
‎5 , Miilla waan hamaa gochuuf ariifatee fiigu,

‎6, Nama sobaan nama irratti dhugaa ba'u, isa soba gad jijjigsu,
‎7, Nama gargar ba'uu obboloota gidduutti facaasuu

Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokkoo Ameen ! Jiraattota Magaalaa Adaamaa  Kutaa Magaalaa Dambalaa  M...
26/06/2026

Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokkoo Ameen !
Jiraattota Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Dambalaa Miseensa Waldaa Duuka Bu'ootaa Ta'uu Barbaaddan hundaaf WDB Mana Amantaa Tulluu Gannataa Waadaa Araaraa (Kidanemihreti)tti Waan Eegaleef akka miseensa taatan maqaa waaqayyo isin gaafanna .
Sagantaan Sanbata Duraa sa'aatii 11:00
Sanbata Guddaa Sirna Qulqulleessa booda sa'aa 3:00 tti

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Badhaasaa Jiisaa Jimaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share