Gåmmächïs Õljïrràä

Gåmmächïs Õljïrràä Mul'atnikee yeroo ati eegdettii yoo siif raawwachuu dide yeroo waaqayyootti waan siif raawwatuuf yeroo hundumaa qophaa'i!

15/10/2025

Irreecha

Kiristaanonni irreecha irratti hin hirmaatinaa gaafa jedhaamuu hamaa fakkaata

16/10/2024

Baga ayyaana guyyaa dhalachuu raajii masarat Taayyeen isin ga'ee😁
Ayyaanichi kan nagaa,kan gammachuu,kan badhadhinaa nuuf haa ta'u🙄

Yesuus irree keenyaa '' yesuus irree keenyaaDhiitne faarsina nutis maqaa gooftaa keenyaa×2Jedhi " jedhii!
25/07/2024

Yesuus irree keenyaa '' yesuus irree keenyaa
Dhiitne faarsina nutis maqaa gooftaa keenyaa×2

Jedhi " jedhii!

Kunis dhiyootti inuma dhufa.takka fuffunaannata male.Kanas pheenxeen ija irra buufatteetti. Iji pheenxee si ilaallaan of...
25/07/2024

Kunis dhiyootti inuma dhufa.takka fuffunaannata male.

Kanas pheenxeen ija irra buufatteetti. Iji pheenxee si ilaallaan ofiikeetiin dhufta.

23/04/2024

Anaakee yene abbaat😭😭😭

23/04/2024

Uufff 😭😭😭

30/01/2024

Maaltu ta'aa jiraa? amma kun nama seexana qabu miti nama normal hin iyyisiisuu? Suuta jedhee yoo dubbateo isayyuu .ayi oromo jedhe marroon🙄

ታቦተ /taabotni maaliif bu'uu didee barana?  buraayyutti ,laga xaafoo,sulultaa,sabbatatti samiirra bu'uu didemoo? xaa'ulaa...
25/01/2024

ታቦተ /taabotni maaliif bu'uu didee barana? buraayyutti ,laga xaafoo,sulultaa,sabbatatti samiirra bu'uu didemoo? xaa'ulaa ykn muka sooftee muudii nutti qabachaa turte jarri.

Hinook Dinquu birraatu (hinok dinku biratu]Ifireem Alamuu badhaaso [ephrem alemu bedaso]Ijoollee keenya 😟
18/01/2024

Hinook Dinquu birraatu (hinok dinku biratu]
Ifireem Alamuu badhaaso [ephrem alemu bedaso]

Ijoollee keenya 😟

Bukoo baatanii bukoo namaa bukeessuu jechuun kunoo akkana. dhaloota ofii waan barbaade godhee dhalootatti dhaadatu jechu...
26/10/2023

Bukoo baatanii bukoo namaa bukeessuu jechuun kunoo akkana. dhaloota ofii waan barbaade godhee dhalootatti dhaadatu jechuunis akkana. hamile hamile kennaafi harka walitti rukutaa....

Amma utuun ka'ee ji'a tokkoof musilima ykn isilaama ta'ee naaf bitama ture🙄 ka'ee mokkoruu?
24/08/2023

Amma utuun ka'ee ji'a tokkoof musilima ykn isilaama ta'ee naaf bitama ture🙄 ka'ee mokkoruu?

23/08/2023

Maqaa qeerroo bal'eesse gurbaan!

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gåmmächïs Õljïrràä posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share