25/08/2026
📢 NU HORDOFAA – SAGANTAA HAR'AA!
🌙 نور الوعي | Ifa Hubannoo
🎙️ "Ifa Hubannoo" jechuun sagantaa torban torbaniin qophaa'u yoo ta'u, dhimmoota hawaasaa, amantii fi haala yeroo ammaa irratti marii bal'aa, hubannoo gadi fagoo fi yaada ijaaraa isiniif dhiyeessu dha.
📚 Kaayyoon sagantaa kanaa beekumsa babal'isuu, hubannoo cimsuu fi hawaasa keenyaaf ifa ta'uu dha.
📅 Guyyaa: Har'a
🕒 Sa'aatii: 3:00 Galgalaa
📡 Kallattiin (LIVE) fuula Prof Muhammad Kamal Tilmoo irratti nu hordofaa:
✅ TikTok
🤝 Maatii, hiriyyoota fi namoota jaallattan hunda affeeraa. Maxxansa kana Share gochuun odeeffannoon kun namoota hedduutti akka ga'u gumaacha keessan bahaa.
💬 Gaaffii keessan qopheessaa; yeroo tamsaasa kallattiitti hayyoota irraa deebii argachuuf carraa ni qabaattu.
🌟 نور الوعي | Ifa Hubannoo
"Sagantaa torbanitti dhimmoota hawaasaa fi yeroo ammaa irratti mari'atu."
🚨 Hin hafinaa! Har'a sa'aatii 3:00 galgalaa LIVE irratti wal haa qunnamnu.