Waldaa Adiveentistii Guyyaa 7ffaa Adaamaa Boolee

Waldaa Adiveentistii Guyyaa 7ffaa Adaamaa Boolee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Adiveentistii Guyyaa 7ffaa Adaamaa Boolee, Seventh Day Adventist Church, Adaamaa, Bole, Adama.

09/06/2026

Faarfattoota Garee maatii Waldaa Adiveentistii Guyyaa 7ffaa Adaamaa Boolee waaqayyoo isiin haa eebbisuu humnaa isaa siniif haa kennuu Melkamu Leta Abdisa Leeni Tadese Ezekiel Abraham Qalbeessaa Toleeraa Awaki Gemeda Urgesa Ayantu Lemi Ayantu Yadate Eden Yadate Charity Eden Firaol Tibebu Wude Kasahun

06/06/2026

#አስታውስ! #አሳስብ!
#መልካም የምስራች ስሙ!!
የመጪው አርብ ከሰኔ 5/2018 ዓ.ም-07/2018 ዓ.ም በአዳማ ቦሌ አድቬንቲስት ቤ/ክ አዘጋጅነት "አስብ! አሳስብ!" በሚል ርዕስ የተለየ ፕሮግራም አዘጋጅተንላችኃል።

በዚህ ፕሮግራም ላይም ፓስተር #ተመስገንቡልቲ (ዶ/ር) በተለየ ሁኔታ የእግዚአብሔርን ቃል የሚያካፍሉን ሲሆን፤ እንዲሁም ዘማሪ ወንድማችን #ሰንበቶ ጎፋር ባማረ እና በተዋበው ድምፁ በመዝሙር የሚያገለግሉአችሁ ይሆናል።

ፓስተር ተመስገን ቡልቲ(ዶ/ር) እና ዘማሪ ሰንበቶ ጎፋር የዘመኑ ሰዎች ናቸው። በዚህ ዘመን የእግዚአብሔር ጸጋ የሚንፀባረቅባቸው፤ የእግዚአብሔር የክብር መአዛ ከላያቸው ላይ የሚሸት፤ በማስተዋልና በጥበብ የእግዚአብሔርን ስራ የሚሰሩ ታማኝ አገልጋዮች ናቸው።

ቤቂርበት የሚትገኙ ቤትክርስታናት:- በቢሾፍቱ፣ በሞጆ፣ በአዋሽ፣ በወንጂ፣ በዱከም፣ በገላን ያላችሁ እንዲሁም የሚቻላችሁ ከሆነም በአዲስ አበባ እና በአዲስ አበባ ዙሪያ ያላችሁ በአንድነት የቆይታ ጊዜአችሁን በኛ ቤ/ክ በማድረግ የበረከቱ ተካፋይ እንድትሆኑ በታላቅ ፍቅርና አክብሮት ጋብዘናችዋል።

ብዙ ሚስጥሮችን እንደምትማሩ፣ በብዙም እንደምትባረኩ ጥርጥር የለንም።
እግዚአብሔር ዘመናችሁን ይባርክ!!

ይህንን መልዕክት ለጓደኞቻችሁ እና ለሌሎች ሰዎች በማጋራት አግዙን እንላለን።

06/06/2026

Sagantaa maatii Waldaa Adiveentistii Guyyaa 7ffaa Adaamaa Boolee

05/06/2026

, ❗!!!!!
Roobii dhufu jechuun :-Waxabajjii 5/2018 - 07/2018tti qopheessummaa mata duree " " jedhu irratti Sagantaa addaa isiniif qopheessinee jiraachuu keenya Yeroowwan darban sin beeksiisaa turuun keenya ni yaadatama!

Sagantaa kanarratti Luba Dr Bulti karaa adda ta'een sagalee Waaqayyoo kan nuuf qoodan yommuu ta'an, Akkasumas obboleessi keenya Faarfataa Gofer sagalee Kiilolee sanaan faarfannaadhaan kan nu tajaajilu ta'a.

Lubi Tamsgeen Bulti fi Faarfataan Senbeto Gofor namoota yerooti! Bara kana namoota ayyaanni Waaqayyoo irraa namatti calaqqisu, nama fooliin ulfina Waaqayyoo irraa urgaa'u, nama ogummaa fi bilchinaan hojii waaqayyoo hojjechaa jiranidha.

Waldoleen keenya , , , , hanga , Yoo dandeessan warri fi tokkummaadhaan bakka turmaata oolmaa keessanii waldaa keenya godhachuun hirmaattuu eebba sagantaa kanaa akka taataniif jaalalaa fi kabaja guddaan isin affeerree jirra!!

Dhoksaa baay'ee akka bartan, hedduus akka eebbifamtan homaa shakkii hin qabnu!
Waaqayyo bara keessan haa eebbbisu!!

Ergaa kana hiriyyootanii fi namoota kaaniif share gochuun nu deeggaraa.

 , ❗  dhaga'aaa!!!!!Torbee Roobii dhufu jechuun galgala Waxabajjii  5/2018 -  07/2018tti  qopheessummaa   mata duree "  ...
30/05/2026

, ❗
dhaga'aaa!!!!!
Torbee Roobii dhufu jechuun galgala Waxabajjii 5/2018 - 07/2018tti qopheessummaa mata duree " " jedhu irratti Sagantaa addaa isiniif qopheessinee jirra!

Sagantaa kanarratti Luba Dr Bulti karaa adda ta'een sagalee Waaqayyoo kan nuuf qoodan yommuu ta'an, Akkasumas obboleessi keenya Faarfataa Gofor sagalee Kiilolee sanaan faarfannaadhaan kan isin tajaajilu ta'a.

Lubi Tamsgeen Bulti fi Faarfataan Senbeto Gofor namoota yerooti. Bara kana namoota ayyaanni Waaqayyoo irraa namatti calaqqisu, nama fooliin ulfina Waaqayyoo irraa urgaa'u, nama ogummaa fi bilchinaan hojii waaqayyoo hojjechaa jiranidha.

Waldoleen keenya , , , , hanga , Yoo dandeessan warri fi tokkummaadhaan bakka turmaata oolmaa keessanii waldaa keenya godhachuun hirmaattuu eebba sagantaa kanaa akka taataniif jaalalaa fi kabaja guddaan isin affeerree jirra!!

Dhoksaa baayyee akka bartan, hedduus akka eebbifamtan homaa shakkii hin qabnu!
Waaqayyo bara keessan haa eebbbisu!!

Ergaa kana hiriyyootanii fi namoota kaaniif share gochuun nu deeggaraa.

26/05/2026

@𝐇𝐚𝐛𝐭𝐞 & @𝐄𝐝𝐞𝐧
𝐆𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚𝐚 𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐚𝐭 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐰𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐟𝐚𝐚𝐫𝐬𝐮𝐮
𝐅𝐚𝐚𝐫𝐟𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐞𝐞𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚
𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐝𝐚𝐜𝐡𝐚𝐚 𝐬𝐢𝐧 𝐡𝐚𝐚 𝐞𝐞𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮
𝐣𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐚𝐦𝐨𝐨

25/05/2026

Olika & Leeni Tadese
Gooftaan ayyaana kana caalu siniif haa baay'isuu
Faarfanna hedduu nama eebbisuudha

06/05/2026

Obboleessakoo utuu waaqayyo balbalakeerra dhufee dhabatee
Gaaffii lubbukee du'arra olchituu yoo si gaafatee....maal qopheeffatee
Adeemsa kamiin ulaagaa guuttee buufata nagaa kan itti ol-galtu
Qopheeffatteettaa yeroo rakkinni sitti hammaatutti iddoot baqqattuu
Seenaa jireenyaa isa ati qabduun inni galmaa'ee maal maal fakkaattaa
Maqaa jaaalalaan yeroo inni waamu atimmoo galmee isa kamin irraa waamamtaa.
𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐨 𝐬𝐢 𝐡𝐚𝐚 𝐞𝐞𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 @𝐓𝐚𝐦𝐢𝐫𝐚𝐭𝐨𝐥𝐢𝐤𝐚

Address

Adaamaa, Bole
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Adiveentistii Guyyaa 7ffaa Adaamaa Boolee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share