Waldaa Guutuu Wangeelaa Kaayiroo

Waldaa Guutuu Wangeelaa Kaayiroo Church of God

24/05/2026

Sin Irraanfatu garaankoo 🙏🙏🙏🙏

15/2/2026Sagantaan keenya itti fufa,ammas waaqayyoo dubbisaatiin nu haaressuu itti fufa! Hundumtuu argamaa hirmaadhaa.Ti...
10/02/2026

15/2/2026
Sagantaan keenya itti fufa,ammas waaqayyoo dubbisaatiin nu haaressuu itti fufa! Hundumtuu argamaa hirmaadhaa.
Tit. 2
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹¹ Waaqayyo ayyaana isaa isa nama hundumaaf fayyina kennu mul'iseera.
¹² Ayyaanni Waaqayyoo kunis, nuyi Waaqayyo malee jiraachuu, kajeellaa biyya lafaa isa hamaas gannee, bara kana keessa of qabuutti, qajeelinatti, namoota Waaqayyoo taanee akka jiraannuu gorsee, gara gaariiitti nu deebisa.

Abdi nun yeellasifne.Room.5:1_5
08/02/2026

Abdi nun yeellasifne.
Room.5:1_5

02/02/2026

Ibr. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Bara duriitti Waaqayyo si'a baay'ee karaa garaa garaatiin, raajotaan abboota keenyatti dubbateera.
² Guyyoota bara isa dhumaa kanatti immoo ilma isaatiin nutti dubbate; Waaqayyo ilma isaa kanaan waaqaa fi lafa uume; waan hundumaas harka isaatti kennuuf isa dhaabe.
³ Ifni ulfina Waaqayyoo isa irraa in calaqqisa, Waaqayyo akkuma jirutti isaan in mul'ata; dubbii isaa isa humna-qabeessaanis waan uumame hundumaa in baata. Inni cubbuuttii qulleeffamuu erga argachiisee booddee, ol gubbaa mirga isa surra-qabeessaa dhaqee in taa'e.

Amantootaafi namoota magaalaa Kaayiroo hundumaaf!Waldaan Amantoota Guutuu wangeelaa  Magaalaa Kaayiroo sagantaa leenjiif...
02/02/2026

Amantootaafi namoota magaalaa Kaayiroo hundumaaf!
Waldaan Amantoota Guutuu wangeelaa Magaalaa Kaayiroo sagantaa leenjiifi dadammaaqiinsaa hafuuraa guyyoota lamaaf, jechuun gaafa 08/02/2026 fi torbee isaas gaafa 15/02/2026tti qopheessitee waan jirtuuf argamtanii hirmaattuu eebba afuuraa kana akka taatan waamicha isiniif dhiyeessina.
Guyyoota kanatti Faarfattoota waldichan waaqeffannaan ni ta'a.Akkasumas nama waaqayyoo Pastor Girmaa Birruu dubbii waaqayyoo barsiisuufi kadhataan nu tajaajilu!
Odeeffannoo dabalataafi +201147546942

KARAA FEDHE IYYUU KIRISTOOS HAA LALLABAMU DUWWAA ANI ISA KANATTI NAN GAMMADA SI  ACHIS ITTI NANA GAMMADA  — Filp. 1:18SA...
13/01/2026

KARAA FEDHE IYYUU KIRISTOOS HAA LALLABAMU DUWWAA ANI ISA KANATTI NAN GAMMADA SI ACHIS ITTI NANA GAMMADA
— Filp. 1:18

SAMBATA FUULA KEENYA DURAA KANA GAAFA 18/01/2026 SAGANTAA DADAMMAQIINSAA WAAN QABNUUF HIRMAATTUU EEBBICHAA TA'AA!!

Address

26street Isaaf Aboulela
Cairo

Telephone

+201121100493

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Guutuu Wangeelaa Kaayiroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Waldaa Guutuu Wangeelaa Kaayiroo:

Shortcuts

Share