18/06/2026
Waaqayyo waan guddaa nuuf hojjetee argisiiseera
Far 126:3
Kottaa waliin waaqeffannaa
Kabaja hundeeffama waggaa 1ffaa Waldaa Wangeela kristoos Filaadelfiyaa biyya Jarmanii
Jaalala gooftaan afferamtaniittu.