Gammadaa waaqoo Diidaa

Gammadaa waaqoo Diidaa Kontaktinformationen, Karte und Wegbeschreibungen, Kontaktformulare, Öffnungszeiten, Dienstleistungen, Bewertungen, Fotos, Videos und Ankündigungen von Gammadaa waaqoo Diidaa, Evangelische Kirche, Borana, Heide.

09/01/2026

Kabajamoo jaallowwan Facebook Accountiin kiyya ka fb ka qaraa waan guutameef. Page kana banadhee jira. Karaa kanaan like godhaa nu hordofaa!

DUBBIILEE BARSIISOOTA YKN NAMOOTA BEEKAMOO 💊💊💊▬▬▬▬▬▬▬▬▬➊. 𝗜𝗱𝗱𝗼𝗼 𝗗𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶𝗻 𝗛𝗶𝗻 𝗝𝗶𝗿𝗿𝗲𝘁𝘁𝗶 𝗝𝗶𝗷𝗷𝗶𝗶𝗿𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗛𝗶𝗻 𝗝𝗶𝗿𝘂. (𝗙𝗿𝗲𝗱𝗿𝗶𝗸 𝗗...
10/02/2025

DUBBIILEE BARSIISOOTA YKN NAMOOTA BEEKAMOO
💊💊💊
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. 𝗜𝗱𝗱𝗼𝗼 𝗗𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶𝗻 𝗛𝗶𝗻 𝗝𝗶𝗿𝗿𝗲𝘁𝘁𝗶 𝗝𝗶𝗷𝗷𝗶𝗶𝗿𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗛𝗶𝗻 𝗝𝗶𝗿𝘂. (𝗙𝗿𝗲𝗱𝗿𝗶𝗸 𝗗𝗮𝗴𝗹𝗮𝘀)

➋. 𝗔𝗱𝗱𝘂𝗻𝘆𝗮𝗮 𝗞𝗮𝗻𝗮 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗢𝗳𝗶𝗶 𝗞𝗲𝗲 𝗡𝗮𝗺𝗮 𝗞𝗮𝗺𝗶𝗶𝗻𝘂𝘂 𝗢𝗳 𝗛𝗶𝗻 𝗗𝗼𝗿𝗴𝗼𝗺𝘀𝗶𝗶𝘀𝗶𝗻 ...𝗬𝗼𝗼 𝗔𝗸𝗸𝗮𝘀 𝗡𝗶 𝗚𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗧𝗮'𝗲 𝗢𝗳𝗶𝗶 𝗞𝗲𝗲 𝗔𝗿𝗿𝗮𝗯𝘀𝗮𝗮𝘁𝗶 𝗝𝗶𝗿𝘁𝗮. (𝗕𝗶𝗹𝗹 𝗚𝗮𝘁𝗲𝘀)

➌. 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮 𝗞𝗲𝗲𝘁𝗶𝗶𝗻 𝗠𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝘂𝘂𝗱𝗵𝗮𝗮𝗳, 𝗦𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂 𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼𝗼𝗻 𝗗𝗶𝗿𝗾𝗮𝗺𝗮 𝗞𝗮𝗮𝘆𝘆𝗼𝗼 𝗞𝗲𝗲𝘁𝗶𝗶𝗳 𝗢𝗳 𝗞𝗲𝗻𝗻𝘂𝘂 𝗤𝗮𝗯𝗱𝗮. (𝗔𝗯𝗱𝘂𝗹 𝗞𝗮𝗹𝗮𝗺)

➍. 𝗔𝗱𝗱𝘂𝗻𝘆𝗮𝗮 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗝𝗶𝗷𝗷𝗶𝗶𝗿𝗮𝗺𝗮 𝗔𝗴𝗮𝗿𝘂𝘂 𝗕𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝗱𝘂 𝗝𝗮𝗹𝗾𝗮𝗯𝗮 𝗢𝗳𝗶𝗶 𝗧𝗮'𝗶𝗶 𝗔𝗿𝗴𝗮𝗺𝗶.(𝗠𝗮𝗵𝗮𝘁𝗺𝗮 𝗚𝗮𝗻𝗱𝗵𝗶)

➎. 𝗔𝗸𝗸𝘂𝗺𝗮 𝗔𝗻𝗶 𝗡𝗮𝗺𝗮𝗮𝗳 𝗚𝗮𝗯𝗿𝗼𝗼𝗺𝗲𝗲 𝗝𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗛𝗶𝗻 𝗕𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗻𝗻𝗲, 𝗚𝗶𝘁𝗮 𝗕𝗶𝘁𝘁𝗮𝗮 𝗚𝗮𝗯𝗿𝗼𝗼𝗺𝗳𝗮𝘁𝗮𝗮𝘀 𝗧𝗮'𝘂𝘂 𝗛𝗶𝗻 𝗕𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝘂.(𝗔𝗯𝗿𝗮𝗵𝗮𝗺 𝗟𝗶𝗻𝗰𝗼𝗹𝗻)

➏. 𝗔𝗻𝗶 𝗕𝘂'𝗮𝗮 𝗕𝘂'𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗵𝗶𝗶 𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗞𝗼𝗼𝘁𝗶𝗶 𝗢𝘀𝗼𝗼 𝗛𝗶𝗻 𝗧𝗮'𝗶𝗻 𝗕𝘂'𝗮𝗮 𝗘𝗷𝗷𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼𝘄𝘄𝗮𝗻 𝗞𝗼𝗼𝘁𝗶𝗶. (𝗦𝘁𝗲𝗽𝗵𝗲𝗻 𝗖𝗼𝘃𝗲𝘆)

➐. 𝗬𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗟𝗮𝗺𝗺𝗮𝗳𝗳𝗮𝗮 𝗧𝗮'𝘂𝘂 𝗞𝗲𝗲 𝗚𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝗬𝗼𝗼 𝗙𝘂𝗱𝗵𝗮𝘁𝘁𝗲, 𝗟𝗮𝗺𝗺𝗮𝗳𝗳𝗮𝗮 𝗧𝗮'𝘂𝘂𝗻 𝗨𝗺𝗿𝗶𝗶 𝗞𝗲𝗲 𝗚𝘂𝘂𝘁𝘂𝘂 𝗜𝗿𝗿𝗮 𝗗𝗲𝗱𝗱𝗲𝗲𝗯𝗶'𝗲𝗲 𝗦𝗶 𝗠𝘂𝘂𝗱𝗮𝘁𝗮. (𝗝𝗼𝗵𝗻 𝗙. 𝗞𝗲𝗻𝗻𝗲𝗱𝘆)

➑. 𝗪𝗮𝗻𝘁𝗮 𝗛𝗶𝗻 𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗻𝗻𝗲 𝗬𝗸𝗻 𝗪𝗮𝗻𝘁𝗮 𝗦𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗛𝗶𝗻 𝗧𝗼𝗹𝗹𝗲 𝗬𝗼𝗼 𝗝𝗶𝗿𝗮𝗮𝘁𝗲 𝗝𝗶𝗷𝗷𝗶𝗶𝗿𝗶 𝗬𝗼𝗼 𝗛𝗶𝗻 𝗗𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝘀𝘀𝘂 𝗧𝗮'𝗲 𝗚𝗮𝗿𝘂𝘂 𝗜𝗹𝗮𝗮𝗹𝗰𝗵𝗮 𝗞𝗲𝗲 𝗝𝗶𝗷𝗷𝗶𝗶𝗿𝗶. (𝗠𝗮𝘆𝗮 𝗔𝗻𝗴𝗲𝗹𝗼𝘂)

➒. 𝗞𝗮𝗻 𝗦𝗶 𝗖𝗮𝗯𝘀𝘂 𝗕𝗮'𝗮𝗮 𝗠𝗶𝘁𝗶. 𝗔𝗸𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗜𝘁𝘁𝗶 𝗕𝗮𝗮𝘁𝘁𝗲𝗲 𝗗𝗵𝗮. (𝗟𝗼𝘂 𝗛𝗼𝗹𝘁𝘇)

➓. 𝗢𝗼𝗺𝗶𝘀𝗵𝗮 𝗚𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗚𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮𝗻 𝗛𝗮𝗮𝗺𝘁𝘂𝘂𝗻 𝗢𝘀𝗼𝗼 𝗛𝗶𝗻 𝗧𝗮'𝗶𝗻 𝗦𝗮𝗻𝘆𝗶𝗶 𝗙𝗮𝗰𝗮𝗮𝗳𝗮𝘁𝘁𝗲𝗲𝗻 𝗢𝗳 𝗧𝗶𝗹𝗺𝗮𝗮𝗺𝗶. (𝗥𝗼𝗯𝗲𝗿𝘁 𝗟𝗲𝘄𝗶𝘀 𝗦𝘁𝗲𝘃𝗲𝗻𝘀𝗼𝗻)

waan akka malee faayaafii anin bara  jireenna kiyyaa hunda keessattii dharraan eeggaa tureedha, na akka kiyyatti leenjic...
28/08/2024

waan akka malee faayaafii anin bara jireenna kiyyaa hunda keessattii dharraan eeggaa tureedha, na akka kiyyatti leenjichis itti Gaafatamummaa Haawwanii bultii tokko keessatti qabduu kan of keessaa qabuu yoo taee gaariidhaan jedha sababii bultii qabanii dhaabuuf gaeen guddaan kan haawwaniiti, fknf niitii fakkeenya 31 gubbaa jirtuu sanirraa hubachuu dandeenna( " ልባም ሴትን ማን ሊያገኛት ይችላል? ዋጋዋ ከቀይ ዕንቍ እጅግ ይበልጣል። "
(መጽሐፈ ምሳሌ 31:10) , duubaa yo bultiin jabaattee dhaabattee waldaan mana kadhaa jabaachuu dandeessii, yo Waldaan jabaattee Biyyattiin jabaachuu dandeetti, waan kana hundaaf lafeen dugdaa haawwaniidha, fknf kadhannaaf ajajamiisii isaan abbaa warraa isaaniitiif godhan gaee guddaa taphata. yo haawvan abbaa manaatiif hin ajajaman taee, ijoolleenis maatiif hin ajajaman, walitti dabalamee biyyattiif abaarsa ta'a. yeroo kanatti haawwan hedduun manatti Abbaa warraa ciqicciqiin dhukkuba lafee itti ta'aa sanbata ammoo medrekii gubbaa iyyuu, kun waldaafis hidhaansa malee hiikamsa hin tauu, kanaafuu Waldaan keenya kana hunda hirdhisuuf leenjii yeroo yeroon qopheessitee haawwan bultiif, waldaaf, akkasumas biyyattiif eebbaaf akka taaniitti qopheessuu malaniin jedhaa Waaqayyoon isan wajjiin jiraa jabaadhaa Eebbifamaa kana yaaduudhaan!!!!

Irraa hin afina.

 .
14/07/2024

.

Barumsii Theology kha Distance armaani duraa manxasine suni  guyyaan galmee homaa alaati hin Afanee hardhaa kaasa 20-24/...
27/06/2024

Barumsii Theology kha Distance armaani duraa manxasine suni guyyaan galmee homaa alaati hin Afanee hardhaa kaasa 20-24/10/2016 hangaa guyyaa jedhame suniiti namni barachuu barbaadu Document teesani fidaa Galmaa.
Iddoon galmee Waldaa makaana Yeesus Iddii lolaa keessaa
Degree fi diploma keessaa tokko barachuu ni dandeeta
Oddeeffanof 0936184027

  ykn Barumsaa Afuura.   kana waliin ga'aa.Koota barnoota beekkamti qabu kana baradha
31/05/2024

ykn Barumsaa Afuura.
kana waliin ga'aa.
Koota barnoota beekkamti qabu kana baradha

Guyyaa 11/09/2016 .........Sabakaa Miyooti Hojii gama Afuura gulaani hojatamte.Gayyaa tokkooti Waldaa Carii Xuruura kees...
19/05/2024

Guyyaa 11/09/2016
.........
Sabakaa Miyooti Hojii gama Afuura gulaani hojatamte.
Gayyaa tokkooti Waldaa Carii Xuruura keessaati
1,Namii Cuuphame 29
2,Barumsa Amantaa Cimsanaa nami baratee 29
3,Barumsaa Tajaajila nami baratee 69
4,Sooraa qulqulloo nami fudhatee 120 olii
walumaa galaati namii 247 garaa tajaajila hojii mana waaqati daramani jiru.
Olaantumaani ta Wengelaati.

Adresse

Borana
Heide

Webseite

Benachrichtigungen

Lassen Sie sich von uns eine E-Mail senden und seien Sie der erste der Neuigkeiten und Aktionen von Gammadaa waaqoo Diidaa erfährt. Ihre E-Mail-Adresse wird nicht für andere Zwecke verwendet und Sie können sich jederzeit abmelden.

Teilen