Waldaa Kiristaanaa Obboloota Gafarsa Corrisaa .

Waldaa Kiristaanaa Obboloota Gafarsa Corrisaa . Ethiopin Christian Brethren Chuch Sheger, Gefersa Chorrisa Branch

Wangeelli jireenya
31/05/2026

Wangeelli jireenya

Day 1 “Gaaf tokko masaraawwaan kee deebi’anii ni ijaaramu; gaafas daariin kee ni bal’ata.”Mik. 7:11Waaqayyoo yeroo baree...
30/05/2026

Day 1

“Gaaf tokko masaraawwaan kee deebi’anii ni ijaaramu; gaafas daariin kee ni bal’ata.”
Mik. 7:11

Waaqayyoo yeroo bareeda nuuf Kenna jira.🙏

 👌👌
28/05/2026

👌👌

26/05/2026

“Gaaf tokko masaraawwan kee deebi'anii in ijaaramu; gaafas daariin kee in bal'ata.”

Mik. 7:11

ቅጥርሽ በሚሠራበት በዚያ ቀን ድንበርሽ ትስፋፋለች።
ሚክ 7:11

26/05/2026
“Wanti inni uume hundinuu, mootummaa isaa keessaa iddoo hundumaatti, Waaqayyoon ulfinaan jajadhaa! Waaqayyoon ulfinaan j...
22/05/2026

“Wanti inni uume hundinuu, mootummaa isaa keessaa iddoo hundumaatti, Waaqayyoon ulfinaan jajadhaa! Waaqayyoon ulfinaan jajadhu, yaa lubbuu ko!”

Far. 103:22

እናንተ በግዛቱ ሁሉ የምትኖሩ፣ ፍጥረቱ ሁሉ፣ እግዚአብሔርን ባርኩ። ነፍሴ ሆይ፤ እግዚአብሔርን ባርኪ።

መዝሙር 103:22



17/05/2026

“Galata galchuudhaan gara balbala kellaa isaatti, jajuudhaanis gara oobdii isaatti ol galaa! Isaaf galata galchaa, maqaa isaas eebbisaa!”
Far. 100:4

15/05/2026


👇👇👇

Check out W/K/Obboloota Gafarsa Corrisaa’s post.

“Kottaa in sagannaa gadis in jennaa, Waaqayyo uumaa keenya durattis in jilbeenfannaa!”   Far. 95:6ኑ፤ እናምልከው፤ እንስገድለትም፤ በ...
14/05/2026

“Kottaa in sagannaa gadis in jennaa, Waaqayyo uumaa keenya durattis in jilbeenfannaa!”
Far. 95:6
ኑ፤ እናምልከው፤ እንስገድለትም፤ በፈጣሪያችን በእግዚአብሔር ፊት እንንበርከክ፤
መዝሙር 95:6


Adresse

Democratic Republic Of The

Site Web

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Waldaa Kiristaanaa Obboloota Gafarsa Corrisaa . publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Partager