Oromo Evangelical Church of Manotoba

Oromo Evangelical Church of Manotoba Namoonni jireenya haa qabaataniif, irraa hafaas haa qabaataniif, Yesuus Kiristoos karaa, dhugaa fi jireenya akka ta'e dhugaa ni baana, ni labsina!

05/11/2026

Happy Mothers Day to all Mothers

02/17/2026

Gurmuu Faarfattoota WWWOMB eebbifamaa, Ayyaanni isiniif ha dabalamu

02/16/2026

Eebbi Waaqayyoo isiniif faarfattootaa 😍

BeeksisaSirna geggeessaa obboleessa keenya Efireem  Qixxeessaa guyyaa gaafa 'Jan/31/2026'  ganama saa 9:30 irraa eegalee...
01/28/2026

Beeksisa

Sirna geggeessaa obboleessa keenya Efireem Qixxeessaa guyyaa gaafa 'Jan/31/2026' ganama saa 9:30 irraa eegalee kan geggeefamu ta'a .
Iddon awwaalchaa 'Thomson In The park Funeral Home and Cemetery.
Address 1291 McGillivray Blvd'.
Sirni geggeessaa achumatti waan raawwatuuf yeroo deemtan galma ykn 'Chapel' isaanii karaa 'Main door' seenuun akka hirmaattan kabajaan isin beeksifna.
Awwaalcha booda iddoon itti teenyee maatii jajjabeessinu; 1039 Main street Winnipeg, MB
Waaqayyo jajjabina isaa maatii fi froota isaanii hundaaf haa kennu

01/18/2026
01/18/2026

Araarakeetin ilaali gara keenya

Waaqayyo isin ha eebbisu, gurmuu faarfattootaa

01/04/2026

Akkamiin callisuree?

01/03/2026

Happy New Year 2026.

Isaayaas Raajichaa 43:18
18 Kanaafis Waaqayyo, "Isa durii hin yaadatinaa, wanta darbettis yaada keessan hin hidhinaa!
19 Kunoo, ani wanta haaraa nan godha, inni amma iyyuu as ba'uutti jira; isin hin argitanii? Ani lafa onaa keessa karaa nan baasa, lafa duwwaa keessas bishaanota nan yaasa;

12/25/2025

Merry Christmas, 🎄✨
Wishing you joy, peace, and wonderful moments with your loved ones. May the season bring happiness and a bright start to the year ahead. 😊

Galata qabnaGalata baayyee
11/16/2025

Galata qabna
Galata baayyee

Watch, follow, and discover more trending content.

Address

1039 Main Street
Winnipeg, MB
R2W3R2

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo Evangelical Church of Manotoba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Oromo Evangelical Church of Manotoba:

Share

Category