Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo Emireetotaa

Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo Emireetotaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo Emireetotaa, Evangelical church, Al nahda, Sharjah.

Waldaan Keenyaa Yeroo Hundumaa Dilbata Galgala sa'aatii 7:00 PM irraa Hamma 10:00PM tti, Sharjah Al Nahada Ansar Mall Cinaa, Gamoo Al mullaa Darbii 2ffaa 207 irraatti argamaa.

Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo Emireetotaa             Photo ISanbata Guddaa Galgala Yeroo Hunduma🕑 7:00pm-10:00pm tti    ...
12/09/2026

Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo Emireetotaa
Photo I
Sanbata Guddaa Galgala Yeroo Hunduma
🕑 7:00pm-10:00pm tti
Nu waliin waaqeffachuu ni dandeessu!

📍Bakki argama keenya:- Sharjah Al nadha Ansar mall cina Al Mulla darbii lammaffaa lakkoofsa 207 irratti nu argachuu dandeessu!
Lakk wtsp : 056 212 7155

Linkii kana tuquun Location keenya argachu dandeessu!
👇 https://maps.app.goo.gl/8CUbFDvgMQgqS4rN8
Eebbifamaa 🙏
📸 : Sanyii Moosisaa

12/09/2026

Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo Emireetotaa

Baga Bara Haaraa Geessan!Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo Emireetotaa“Kanaafis namni kan Kristos yoo ta'e, uumama haaraa dha...
10/09/2026

Baga Bara Haaraa Geessan!
Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo Emireetotaa

“Kanaafis namni kan Kristos yoo ta'e, uumama haaraa dha; inni moofaan darbe, kunoo, inni haaraan dhufeera.”
— 2Qor. 5:17

Dilbata (Sunday) dhufu kana wajjin ta'uun Waaqayyoon galateeffachuu fi bara haaraa sababefachuuf sagantaa garagaraa bifa miidhagaan qophaaye qabannee isiniif dhiyanneerra.

Hundi keessanuu affeeramtaniirtu!

Bakka:
SHARJAH, AL NAHDA 1

Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo Emireetotaa

Guyyaa: Dilbata (Sunday)

Kottaa, waliin ta'uun eebba bara haaraa hirmannaa!

---

Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo Emireetotaa              Photo IISanbata Guddaa Galgala Yeroo Hunduma🕑 7:00pm-10:00pm tti  ...
05/09/2026

Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo Emireetotaa
Photo II
Sanbata Guddaa Galgala Yeroo Hunduma
🕑 7:00pm-10:00pm tti
Nu waliin waaqeffachuu ni dandeessu!

📍Bakki argama keenya:- Sharjah Al nadha Ansar mall cina Al Mulla darbii lammaffaa lakkoofsa 207 irratti nu argachuu dandeessu!
Lakk wtsp : 056 212 7155

Linkii kana tuquun Location keenya argachu dandeessu!
👇 https://maps.app.goo.gl/8CUbFDvgMQgqS4rN8
Eebbifamaa 🙏
📸 : Sanyii Moosisaa

Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo EmireetotaaSaganta keenya dhabbatan yeroo isa eegatee kan itti fufeedha!Mootummaa Waaqayyoo...
03/09/2026

Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo Emireetotaa
Saganta keenya dhabbatan yeroo isa eegatee kan itti fufeedha!
Mootummaa Waaqayyoo fi eebba hafuuraa argachuuf qophooftanii?
📖 Tajaajiltonnii
📚 Tajaajilaa Masgabu
📚Tajaajilaa Tasfuu
🎤 Faarfataa Sanyii
🎹 Muz: Yoonii
Bakkaa fi Sa'aatii:
📆 September 6
⏰ 7:00 PM - 10:00 PM
📍 Sharjah U.A.E, Mulla Tower 2nd Floor No. 207
🖥🖱 Poster Graphics: Sanyii Moosisaa
Galatoomaa 🙏🙏

02/09/2026

Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo Emireetotaa

28/08/2026

Baga nagaan Gara Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo Emireetotaa dhuftan!!
Waliin taanee jireenya hafuuraa keenya gabbifachuuf, dubbii Waaqayyoo dhaga'uu fi galataan gara isaa dhiyaachuuf yeroo hunda
Sanbata Guddaa galgala sa'aatii 7:00pm - 10:00pm tti carraan kun banaadha
Isinis beellama kana qabadhaatii nu waliin hirmaadhaa.
Teessoo Keenya: Sharjah Al Nahda, Ansar Mall cinaa, Al Mulla, Darbii 2ffaa, Lakk. 207.
WhatsApp: 056 212 7155

Kallattii (Map): https://maps.app.goo.gl/8CUbFDvgMQgqS4rN8
Waaqayyo isin haa eebbisu!

Address

Al Nahda
Sharjah
0000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo Emireetotaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share