23/02/2024
Share💔😭
Komaander Asaffaa Daggafaa Sanbatee Dhalataa Arsii Xiyyooti. Poolisii Oromiyaati. Hojiin Godina Boorana haga dhufe ya ture. Amma dhibee kaleen dhibamee biyya Hindii deeme akka yaalamu ajajameera. Biyya Hindii dhiisii Itoophiyaattu Daayileseesi godhachuu dadhabuun maatii Shan qabatee rakkachaa jira. Kanaaf Abbaan keenna kana garuma jirruun waltumsinee haa yaalannu🙏 CBE- 1000487969827 maqaa Tahaa Huseen, Ibsaa Teshomeefi Waagayee Diidotiin baname.