Woltaa Kakuu Eebba

  • Home
  • Woltaa Kakuu Eebba

Woltaa Kakuu Eebba Wongeelli haa mo'u
Iyyeessussi kirstoosi hin dhufa
Ani ilma isaatti

Hin Bannu ganaa baana 🫶💚
04/06/2026

Hin Bannu ganaa baana 🫶💚

02/05/2026

Biyyi lafaa kolfee nama nyaata

Harki Yesuus golgee nama baata 🤲✅

Ganaa jiraanna💚
20/04/2026

Ganaa jiraanna💚

27/03/2026
Yoonaataan Akiliiluu Gara bakka dhaloota isaa “ Gujii “ dhufe. Baga Gara Qe’ee teetii dhutte.
21/03/2026

Yoonaataan Akiliiluu Gara bakka dhaloota isaa “ Gujii “ dhufe. Baga Gara Qe’ee teetii dhutte.

20/03/2026
Eegumsa Waaqayyoo Jala jiraachuu (Far.91:1-16)Nama akkamiitu eegumsa Waaqayyoo Jala jiraachuu danda'a?1. Nama Waaqayyoot...
19/03/2026

Eegumsa Waaqayyoo Jala jiraachuu (Far.91:1-16)

Nama akkamiitu eegumsa Waaqayyoo Jala jiraachuu danda'a?

1. Nama Waaqayyootti kooluu galu Far.91:2; 91:9-12

2. Nama Waaqayyoon jaallatu. Far.91:14a

3. Nama Waaqayyoon beeku. Far. 91:14b

Eegumsi Waaqayyoo maal si oolcha?

1. Kiyyoo namni siif kaa'e. Far. 91:3a

2. Dha'icha nama balleessu Far.91:3b

3. Wanta halkan nama sodaachusu Far. 91:5a

4. Xiyya guyyaa namatti gadhiifamu Far. 91:5b

5. Dha'icha dukkanaan namatti dhufu. Far. 91:6a

6. Dhukkuba adeemaa saafaa nama balleessu. Far. 91:6b. (Ev. G.M)

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Woltaa Kakuu Eebba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship?

Share