Waldaa Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Fiichee

Waldaa Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Fiichee Tajaajila Afuuraa Amantaa Ortodoksii Tawwahidoo Afaan Oromootin

30/05/2026

946 Followers, 1835 Following, 0 Likes - Watch awesome short videos created by

 Odeeffannoo bataskaanota(manneen kiristaanaa) baadiyyaatti cufamaniiMaqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa To...
11/02/2026


Odeeffannoo bataskaanota(manneen kiristaanaa) baadiyyaatti cufamanii
Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa Tokkoon.Ameen.
Maatiin Waqaayyoo hundumti keessan akkam jirtu jechaa,akkuma beekamu bakka heddutti manneen kiristaanaa baadiyyaatti cufaman akka jiran beekamaadha. Haa ta’u malee qabatamaan baay’inaa fi iddoo itti argaman adda baafannee daataa harkaa hin qabnu. Maarree odeeffannoo qabdan liinkii kanaa gadii banuudhan irratti guutuudhaan akka nuuf ergitan gamanumaa isin gaafanna. Liinkii kanas nama odeeffannoo nuuf kennuu danda’u kamittuu erguudhan odeeffannoo kana akka guutan gochuun ni danda’ama. Irra deddeebidhaanis lakkoofsa bataskaanotaatiin guutuun ni danda’ama. Fakkeenyaaf namni bataskaana cufame lama beeku si’a lama guutaa, kan said beekus si’a said guuta. Odeeffannoo kana guutuudhaaf yoo baay’ate daqiiqaa 3 caalaa kan fudhatu miti. Gamanumaa galatoomaa, liinkii kanas hamma dandeessan namootni akka arganii guutaniif share taasisaa.
https://forms.gle/AAf5JMfVAnDbrUEt9
Waan guca kana guutuun nu gargaartaniif galatoomaa

  geenye,Baga geessan.
22/11/2025

geenye,Baga geessan.

21/11/2022
27/09/2022

1ffaa Por 1: 18 "Dubbiin fannoo warra badaniif gowwummaadha.Nuyi warra fayyinuuf garuu humna Waaqayyooti"

Kabajamoo uummata kiristaanaa biyya alaa fi keessa jirtanii fi miseesonni Waldaa duuka bu'ootaa wiirtulee fi dameelee adda addaa keessatti tajaajilaa jirtan hundi keessanuu baga ayyaana yaadannoo argamuu Fannoo Gooftaa keenya,Fayyiisaa keenya Iyyasuus Kiristoosin isin gahe,nuun gahe.

Ayyaanni Fannoo oromoo biratti hangafa ayyaanaa jedhamee beekkama.

⏰karaa amantaatis,fannoon oolmaa waaqqayyoo uuman keenya sanyii addaam fayyisuuf nuuf olee kan itti yaadannu Ayyaana, jaalalaa, bilisummaa, tokkummaa fi abdiiti waan ta'eef baga geessan baga geenye.

Ayyaana gaarii🎁🎁🎁

16/09/2022
14/09/2022


Yeroo dheeraaf gabaa irraa badee kan ture kitaabni Qiddaasee maxxanfamee jira. Obbolootni barbaaddan suuqii Waldaa Duuka Bu'ootaa kiiloo shan jirutti argachuu dandeessu.
Odeeffannoo dabalataa
1. +251118111924
2. +251931656264
Bilbiluu dandeessu.

05/09/2022

Luba Badhaasaa Tolaa Firii
(Liqe Lissaanaat)
Abboota jalqaba irratti qiddaasee Afaan Oromootiin uummata tajaajilan keessaa!

04/09/2022
04/09/2022

Address

Salale
Fitche
OROMIA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Fiichee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share