Sirsa Global Ministries

Sirsa Global Ministries Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sirsa Global Ministries, Christian church, Nek'emte.

RUTH 3:18 📖🙏🏼✨Read This When You’re Tired of Waiting..😔✨ | RUTH 3:18Your Breakthrough Is Being Prepared Right Now!🙏✨Be p...
29/12/2025

RUTH 3:18 📖🙏🏼✨

Read This When You’re Tired of Waiting..😔✨ | RUTH 3:18

Your Breakthrough Is Being Prepared Right Now!🙏✨

Be patient—not because nothing is happening, but because God is working on your behalf. Ruth 3:18 is your reminder that delays are not denials. Rest your heart. Heaven is moving for you. ✝️🙏

Labati kun Isa sobaa si jaalata, isa dhugaa si jibba!     “Maaf jette?” jechuun keessan gaarii dha!Hawaasi kun harka ham...
28/12/2025

Labati kun Isa sobaa si jaalata, isa dhugaa si jibba!
“Maaf jette?” jechuun keessan gaarii dha!
Hawaasi kun harka hamootaa jalatti kufee bara dheeraaf dararame. Dhiigi isaa akka dhibaayyuutti jigee lola’aa, lubbuun isaa hiree jallootaa harkatti dabarfamee kennamaa, foon isaa soora saree fi allaatti ta’ee, inni hafe ammoo bir’ataa fi baqataa erga ta’ee barooti meeqa lakkaa’amaniiru.
Gaafa inni lubbuun dhabamu cal jedhanii, gaafa inni maqaa dha’amu as yaa’anii qilleensa faaluun isa sobaa jaalatanii isa dhugaa jibbuudha. Afaaniin kuuluu, garaan awwaaluu dha.

Yoo dhuguma waa’een hawaasa kanaa baay’ema gubee nu waade mee dura bir’uu malee birmaduutti akka inni jiraatuuf gahee keenya ha baanu!
Kan kana ala jiru garuu; Namicha isa kan dandeessu dhaani jennaan galee kan danda’u dhaaneti!
Sabi kun girrisa wacuuf hin dhabne, dhaloota oolchu malee.
Waaqayyo saba koo garraamii kana haa eebbisu!

!

via DAWIT MORKA

 ??==========================  kun bara amantootni hedduun gara itti goran harkaa badee, eenyu duuka akka bu'an adda baa...
08/11/2025

??
==========================
kun bara amantootni hedduun gara itti goran harkaa badee, eenyu duuka akka bu'an adda baafachuun itti ulfaatee fi waan qabatanii waan dhiisan itti wallaalaniidha. Bara itti Waldaan Waaqayyoo isheen dhiiga Hoolicha mudaa hin qabneen bitamte gaaga'ama hafuuraa(spiritual crisis)kallattii hedduun keessummeessa jirtuudha jedheen yaada. Gama tokkoon eegdotaa fi soortuu hafuuraa warra sirrii dhabuu, gama kaaniin qaala'iinsa jireenyaa. (Kana gaafan jedhu soortuun sirriin hin jiran jechuu koo miti). Tajaajiltootni maqaa Wangeelaan daldalan tokko tokko, saba haalotaan danqame kana qooda dubbii Wangeelaatiin jabeessan, abdii qabneen gowwoomsaa, waan jiruu fi hin jirre abdachiisaa nama qilleensa qabuuf ari'uutti dhaloota gomjaajessaa, isaanii dagachiisanii waa'ee milkaa'inaa fi badhaadhummaa lafa kanaa duwwaa itti odeessaa isaaniitiif immoo sooromanii, garuu amantoota danuu Fayyinaa Yesuusiin irraa gara duubaatti deebisan!! Kaan immoo biyya lafaa irra addunyaa du'aa fi dukkanaa kaleessa keessaa dhufan akka filataniif karaa saaqaniif!! Qooda daandii jireenyaa keessatti sagalee Waaqayyootiin wal jajjabeessinu namoota baay'eef sababa gufannaa taane!.....????

?
" Isin kana gochuudhaaf waamamtaniittu; Kristos immoo isiniif dhiphatee, faana isaa duukaa akka buutaniif fakkeenya isiniif kenneera. "
(1 Phexros 2: 21)


1. Yesuus lubbuu isaa kan nuuf kenne, gamoo nu ijaarsisuuf utuu hin taane jireenya nuuf kennuuf akka ta'e hin dagatinaa!
" Yesus, "Tikseen gaariin ana, tikseen gaariin lubbuu isaa hoolotaaf in kenna."
(John 10: 11)

2.. Kan nuti waamamneef karaa namni tokko hordofe akka hordofnuuf utuu hin taane duuka akka buunuuf. Mat11:28-29

2. Duuka buutota namoota dhuunfaa(tajaajiltootaa)ta'uu dhiifnee Yesuus isa nu waame sanaa haa taanuu!

3. Barsiisaa sirrii fi fakkeenya keenya isa dhugaa isa ta'e Yesuus irraa
-OF DEEBISUU fi GARRAAMUMMAA haa barannuu!
" Waanjoo koo fuudhaatii baadhaa, ana irraas baraa; anoo garraamii dha kanan gad of deebises; boqonnaas lubbuu keessaniif in argattu. "
(Maatewoos 11: 29)

4. Warri waldaa kiristaanaa keessaa dhabne jettan, inni jiraatii, Yesuus isa amantii keenya jalqabee fiixaan baasu ilaalaa; isas hordofaa,! Ibr12:2

5. Isa nuuf dhiphate Yesuusiifis gatii (aarsaa Wangeelaa)kaffaluufis dheebochuu qabna.
amanuu keessan duwwaa utuu hin ta'in, isaaf dhiphachuu danda'uunis immoo isiniif kennameera."
(Filiphisiiyus 1: 29)

6. Gammachuu fuula isaa dura jiru ilaalee yeelloo fi du'a fannoo isa obsaan danda'e Yesuusiin irraa barannee duuka haa buunuu!
" ... Inni gammachuu fuula isaa dura jiru sanaaf jedhee, fannoo irratti du'uu isaatiif yeelloo isa irra ga'e homaatti utuu hin lakkaa'in, obsaan fannoo irratti du'uu in danda'e; ergasiis gara mirga teessoo Waaqayyoo taa'e. "
(Ibroota12: 2)

7. Isa har'aa duwwaa utuu hin taane du'aan garasiis haa yaadannuu!
" Jireenya amma biyya lafaa kana irra jiraannu duwwaadhaaf Kristosin abdanna erga ta'ee, namoota hundumaa caalaatti nuuf boo'uutu ta'a. "
(1 Corinthians 15: 19)

Maddi: Fuula fb faarfataa Damee Bisiraat

  obbo Dastaa Buubaa boqotaniiru. Waaqayyo maatiifi firoottan hundaaf jajjabina haa kennu.
11/10/2025

obbo Dastaa Buubaa boqotaniiru. Waaqayyo maatiifi firoottan hundaaf jajjabina haa kennu.

 Nama wangeelaaf gatii guddaa kaffalaniidha. Umrii dheeraa nuuf jiraadhaa, baay'ee ison jaallanna.
07/10/2025


Nama wangeelaaf gatii guddaa kaffalaniidha. Umrii dheeraa nuuf jiraadhaa, baay'ee ison jaallanna.

02/06/2025

ዘማሪት የምስራች ከዚህ ዓለም በሞት ተለየች

ልብ የሚሰብር ዜና! ዘማሪት የምስራች ከዚህ ዓለም በሞት ተለይታለች።

ከዘጠኝ ወር ገደማ በፊት በህመም ምክንያት በደጋግ ኢትዮጵያውያን እርዳታ ተደርጎላት ወደ ታይላንድ ሄዳ ህክምና ስትከታተል እንደነበር ይታወቃል። በዚያም እያለች ከሁለት ወር በፊት በታይላንድ የተከሰተውን የመሬት መንቀጥቀጥ በድንጋጤ ስትለቅስ የሚያሳይ ቪዲዮም አጋርታ ነበር።

ጤንነቷ ተሻሽሎ ወደ ሀገሯ የተመለሰች ቢሆንም፣ በቅርቡ ባደረባት ከባድ ህመም፣ በተለይም በጀርባዋና በሳንባዋ ላይ በተገኘባት ካንሰር ሳቢያ፣ በፅኑ ህክምና ክፍል ውስጥ ህክምና ሲደረግላት ከቆየ በኋላ፣ ዛሬ ከአንድ ሰዓት በፊት ህይወቷ አልፏል።

ነፍስ ይማር እህታችን። ዘማሪት የምስራች በመዝሙሮቿ ብዙዎችን ያጽናናች እና የመንፈሳዊነት አሻራዋን ያሳረፈች ዘማሪት ነበረች።

ፈጣሪ ነፍሷን በገነት ያኑርልን። ለቤተሰቦቿ፣ ለአድናቂዎቿ እና ብዙ ለለፉት ወዳጆቿ መጽናናትን ይስጥልን።

02/06/2025

Baga geessan!
===========
Guyyaan har'aa biratti guyyaa kabaja ayyaana Shavout jedhamuun beekamuuti. Guyyichi faasikaan darbee guyyaa 50ffaatti kan kabajamu yeroo ta'u warra Giriikii biratti immoo jedhamuun beekama. Gama Yihudootaatiin bu'uu ykn sagalee Waaqayyoo kan bu'uureffatu yommuu ta'u kan Giriikotaa immoo bu'uu Hafuura Qulqulluu sababeeffachuudhaan kabajama.Kanaafuu, kennaa Waaqayyoo kanneen yaadachaa warri jirtan baga geessan!



! 🌾🧀

חג שבועות שמח! ✨📜

17/01/2025

“Waaqayyo immoo mooticha garaa waan jabeesseef, inni saba sana gad dhiisuu hin barbaadne.”
— Bau. 10:27

24/12/2024

Address

Nek'emte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sirsa Global Ministries posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Sirsa Global Ministries:

Share