Pastor Kansa Deresa

Pastor Kansa Deresa "The gift of God is eternal life in Christ Jesus our Lord" (Rom 6:23)

07/05/2024

“Dhugicha in hubattu; dhugichis birmaduu isin in baasa” - Yoh 8:32

06/24/2024

Gooftaan garuu amanamaa dha; inni isin in cimsa, isa hamaa sanas isin irraa in eega*. 2 Tas 3:3

Yesus du’aa ka’eera!!
03/31/2024

Yesus du’aa ka’eera!!

Happy Good Friday!
03/29/2024

Happy Good Friday!

03/10/2024

Garaan keessan lafa badhaadhummaan keessan jirutti hidhama. Luq 12:34

02/29/2024

“Kun namootaaf hin danda'amu, Waaqayyoof garuu wanti hundinuu in danda'ama” Mt 19:26

02/21/2024

Waaqayyo namni hundinuu akka fayyu, dhugaa beekuu biras akka ga’u in fedha. 1Xim 2:4

02/13/2024

“Ilaalladhaa, sassata hundumaattis of eeggadhaa! Jireenyi eenyuu illee baay’ina qabeenya isaa irra hin dhaabatu” Luq 12:15

02/11/2024

Iyesus jireenya hadhaa’aa minyeessa!

02/06/2024

Mo'icha kan namaa kennu garuu Waaqayyoo dha*.- Fak. 21:31a

02/02/2024

Gadda kee gammachutti in geeddara Yesus!

“God doesn’t call the qualified but qualifies the called”
10/17/2023

“God doesn’t call the qualified but qualifies the called”

Address

Columbus, OH

Telephone

(614) 638-2107

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Pastor Kansa Deresa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share