Waaqayyoo tiksee kooti

Waaqayyoo tiksee kooti one day........

09/04/2022
https://youtu.be/jGRX3KOjBtM
09/04/2022

https://youtu.be/jGRX3KOjBtM

Faar Tollaanii TaarikuuTelephone: +254 724 933 756Audio: Kache Records Prod. Kache ChuteVideo: Brach VideosDirected & Edited by Abrache+254 793 890 180 (Keny...

15/12/2020

Ilma waaqayyoo

04/09/2020

Gaafa Taayyee muuduuf jedhan beekamtii keennuuf jedhaniiti, gaafa bilxiginnaa hudeessan Oromoon gungumuu eegallaan Lammaan Oromoo hin ganne jedhanii gareen maafiyaa media kanarraa ololuu nuttii himaa turan, har'a gaafa qabsoon jabaatee itti fufummoo, Akka waan Amerikaan billisummaa namaaf kennitutti fakkeessuun Lammaa MM akka ta'uuf dhibbaa gochaa jirti jedhu, warri billisummaan kara nama dhuunfaan dhufa jedhanii team hundeessan sun har'as Oromoo kana afaan fajjeessaa jiru. maafiyoota media kanarraa of qusate qabsoosa gaggeeffachu qaba.yoo akkas ta'uu baate rakkoon akka Oromottii nutti dhufu isa bara nafxanyaa jedhan sanaa ol akka ta'e quba qabaadhaa. *Sirna isaa akka hapheettii Oromoo fakkaate nu qabachuu barbaadu sana ofirraa jigsuun boqqonnaa haaratti ba'uun yeroonsaa amma. $Yaa Oromoo nama biraa irraa homaa hin egiin utuu hadhaa'u qabsoo kee itichii, iftoominaan irrattii hojjedhu garbummaa kana ofirraa galagalchii. haqa qabduu kijibaan akka sii hin ijjifaaneef halagaatti quba qabuun dura diina isa keessoo kee jiru sana ajjeesi, gaafas halagaan fagootti si sodaatee ulfina siif malu siif kenne kabajaan si wajjiin jiraata.
hubannoon keenya haa jijjiiramuun dhaamsa kooti.
Nagaan olaa.

Coronaan gara jabeenya motummaa Ethio hin caaluu.suraan ni dubaata
26/03/2020

Coronaan gara jabeenya motummaa Ethio hin caaluu.suraan ni dubaata

Uumaakoo ulfaadhuu!
08/03/2020

Uumaakoo ulfaadhuu!

20/01/2020

Walakkaa jireenyaa
qixxee si buufadhee
Erga iddoo ol'aanaa
hunda si keewwadhe
Boqodhe Gooftaakoo
sitti aara galfadhe
Egaa waan hundumaa
hunda sin godhadhe!

15/01/2020

Aarii keessa utuu jirtuu dubbachuurraa of qusadhu,booda gabiitaati.

Address

Nairobi

Telephone

+254774093863

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waaqayyoo tiksee kooti posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share