Gospel's Voice Mission - Kenya Church

Gospel's Voice Mission - Kenya Church ..that the truth of the Gospel might continue with you. ...that the truth of the Gospel might continue with you...

15/08/2026
14/08/2026

Warrii Yeessoo dhugeeffate cufaa qulqulloo, qixxee, copha cubbuu tokko hin qabne.

09/08/2026

“Inni ch'ubbu tiyya ch'ufa naa araarame, d'ukuba kiyya ch'ufa na fayyisa.”
‭‭Faaru‬ ‭103‬:‭3‬

“Akuma ilti boru ila aduu iraa fago jirtu, akasuma inni ch'ubbu teenna nuraa fageesa.”
‭‭Faaru‬ ‭103‬:‭12‬

“Sorio tokooni inni ya worra daba iraa qulqulleesani haga hegeri qit'e tolche.”
‭‭Ebrania‬ ‭10‬:‭14‬

Waaqii cubbuu teenna cufaa ya nuu araarame, nu amma cubbuu hin qabnu.

29/07/2026

“Wonti akanatiifi anini Odu Dansa iraa inch'eeru: isiini jabeenna Waaqa ka worra d'ugefate ch'ufaani baasani, qaraa fiit'e Yahudi eegi suni gosa d'ibi. Wonti akanatiifi Odu Dansa keesa Waaqi kara inni d'uga nama hereguuni agarsiisa: karaani suni d'ugefacha ch'alla. Akuma t'aafiini jettu, Nami Waaqi maro d'ugefachatifi d'uga hereguufi injiraata.”
‭‭Rumi‬ ‭1‬:‭16‬-‭17‬

“and I will give you pastors according to mine heart, which shall feed you with knowledge and understanding.”‭‭Jeremiah‬...
13/07/2026

“and I will give you pastors according to mine heart, which shall feed you with knowledge and understanding.”
‭‭Jeremiah‬ ‭3‬:‭15‬

“Anini jara naa saalfatu, ka isani fidu, isanii kenne, worri qaroomafi qalbiini isani fida.”
‭‭Yeremia‬ ‭3‬:‭15‬ ‭

Be ready to attend GVM Marsabit Church for next Sunday.“Inni Ilma ufile nu ind'owanne, ammo nu ch'ufaa baase! Inni ka Il...
13/07/2026

Be ready to attend GVM Marsabit Church for next Sunday.

“Inni Ilma ufile nu ind'owanne, ammo nu ch'ufaa baase! Inni ka Ilma ufi nuu kenne, waan nu feenu ch'ufa tolaani nuu inkennu? Eentu gumi Waaqi fohate himata? Waaqi, Worri wollaala inqabu ya jed'e!”
‭‭Rumi‬ ‭8‬:‭32‬-‭33‬

Akkuma Yeessoo tolaan argannee akkum sun cubbuulleen adoo nu hin Kadhatin tolaan akkanumaatti nurra badde. Taanaaf cubbuu deeggaruu lakkisaa Oduu isan cubbuu hin qabdan jettu tana fudhadhaa. Wannii gurraa dansaalleen sunumaa. Atin cubbuu qabdaa Waaqaa boo’iin maan qara Boorana abaarsii hagana ga’u!!!

Welcome all.
11/07/2026

Welcome all.

Welcome to our Sunday service of GVM Marsabit Church.“Jennaani tissele ufi gadi yaame waan jed'eeni, Jilti tiyya kurfo j...
04/07/2026

Welcome to our Sunday service of GVM Marsabit Church.

“Jennaani tissele ufi gadi yaame waan jed'eeni, Jilti tiyya kurfo jirti, ammo worri anini yaame jilaa himmalle. Kara dira gula yaa, namuma gartani yaama. Tisseleeni kara gula yaate nama agarte ch'ufa dansaafi hamale yaamte, nami mana fuud'aa guute.”
‭‭Matayo‬ ‭22‬:‭8‬-‭10‬

02/07/2026

GVM Nagelle Borana Church is loading

“Insodaatiina, gumi diqo! Wonti akanatiifi Abbaani keesani Finna isaa isanii kennu fed'a.”‭‭Luka‬ ‭12‬:‭32‬
27/06/2026

“Insodaatiina, gumi diqo! Wonti akanatiifi Abbaani keesani Finna isaa isanii kennu fed'a.”
‭‭Luka‬ ‭12‬:‭32‬

Address

Ronald Ngala
Kasarani Constituency

Telephone

+254721855694

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gospel's Voice Mission - Kenya Church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Gospel's Voice Mission - Kenya Church:

Shortcuts

Share