Johin Seyifu

Johin Seyifu Johin Seyifu, 末日聖徒イエス・キリスト教会, johnseyifu1@gmail. com, Usa-shiの連絡先情報、マップ、方向、お問い合わせフォーム、営業時間、サービス、評価、写真、動画、お知らせ。

Sanyii mucaa qaxalee baga waaqayyo guyyaa akkasiitiin si ga'e eebba faarfannaa guyyaa bareedaa haa ta'u
04/05/2026

BARUMSOOTA SOBAA WALDAA KIRISTIYAANAA ISHEE DURII QORAN!Namoonni kutaa 1ffaa-4ffaa  hin dubbisne profile koo jalaa argac...
10/04/2026

BARUMSOOTA SOBAA WALDAA KIRISTIYAANAA ISHEE DURII QORAN!

Namoonni kutaa 1ffaa-4ffaa hin dubbisne profile koo jalaa argachuu dandeessu!

1) NOOSTIISIZIMII (GNOSTICISM)
Noostisiizimiin barumsaa sobaa balaafamaa jaarraa 2ffaa keessa waldaa kiristiyaanaa qoredha.
"Gnosis" jechuun jecha afaan giriikii yoo ta'u hiikuun isaas " " jechuudha. Nostiizistoonni "fayyinni kan argamu hojii fayyisuu yesus kiristoositti amanuudhaan utuu hin taane;beekumsa gadi fagoo namoota muraasaaf qofa ifuunidha" jedhanii amanu ture. Barumsi kun dhugaawaan bu'uuraa amantii kiristiyaanaa falaasama giriikii fi amantiiwaan iccitii warra bahaa aadaa giriikiitiin waliin makuudhaan eenyummaa booressuuf yaaleera.
Barumsi kun bu'uurumaan ilaalacha addunyaalessaa "Dualism" jedhamudha.
Akka Noostisiizimootaatti:- Addunyaa kanarra wantoota faallaa 2tu jiru. isaanis:- Hafuuraa fi Meeshaa(matter) dha. Hafuurri eenyummaa isaatiin qulqulluu,Ifaafi gaarii yoo ta'u; meeshaan immoo Foon dabalatee eenyummaa isaatiin xuraa'aa,dukkana'aafi hamaadha.
Bu'uura falaasama kanaatiin lubbuun isheen nama keessa jirtu calaqqee waaqummaa xiqqoo yoo taatu;foon hamaa keessatti hidhamtee jirti. galmi ilmaan namaa inni guddaan lubbuu hidhaa hamaa kana keessaa bilisoomsee gara addunyaa ifaattii deebisuudha .
Nostisiizimoonni "waaqayyo inni gaariin biyya lafaa hamaafi xuraa'aa kana uumuu hin danda'u" jedhanii amanu.
"kanaafiyyuu addunyaa kana kan uume humna xiqqaafi dogoggoraa 'Demiyurjii (Demiurge)' jedhamudha" jedhu. Noostisiizimoonni baayyeen waaqayyoo kakuu moofaa Demiyurjii kanaa wajjiin wal qabsiisu. kanaaf jedhanii kakuu moofaa akka macaafa gad-aanaa,seera isaas lubbuu foon keessatti hidhuuf kan kenname godhanii ilaalu!
Noostisiizimoonni " Kiristoos fayyisaadha; garuu fayyisuunsaa cubbuu namootaa baachuudhaan utuu hin taane namoonni qaanqee waaqummaa keessa isaanii jiru akka beekaniifi hidhaa foonii jalaa akka miliqaniif beekumsa dhokataa kennuu irratti kan xiyyeeffatedha jedhu.
"Kiristoos qulqulluu raawwatee qulqulluu waan ta'eef tasumaa foon uffachuu hin danda'u" amantii jedhu waan qabaniif nama guutuu ta'uu kiristoos jabeessanii ganu! Ilaalchi isaanii kunis "Doosetiizimii(Docetism" jedhama. kunis "kristoos nama fakkaatee mul'ate malee foon isa dhugaa hin turre jedhanii ganuun isaaniiti.
Ilaalchi Noostisiizimootaa fayyinni Cubbuuttii qullaa'uu utuu hin taane wallaalummaa(ignorance) keessaa bahuudha. namni tokko fayyina kan argatu du'uuf du'aa ka'uu kiristoositti amanuudhaan utuu hin taane gaaffiiwwan "ani eenyu?,eessaan dhufe?,eessan deema?" jedhaniif deebii dhokatoo yoo argatedha. beekumsi kunis nama hundaaf utuu hin taane. "namoota hafuuraa(pneumatics)" warra jedhamanij filataman muraasaaf akka ifutti amanu.
Noostisiizimiin kiristiyaanummaa gara falaasamaafi gara dhaabbata iccitii dhokataatti jijjiiruuf yoo yaaleyyuu waldaan kiristiyaana garuu uumuu Waaqayyootiin nam dhugaa ta'uu Kristoosiin,addunyaalesummaa Wangeelaatiin ejjennoo isheetti jabaattee moo'atteetti.
2) DOSETIIZIMII (DOCETISM):- Dosetizimiin seenaa waldaa kristiyaanaa ishee durii keessatti barumsoota sobaa ka'an keessaa isa tokkodha. maqaansaa jecha giriikii "Dokeo" jedhamu irraa kan dhufe yoo ta'u ; hiikuun isaammoo "Fakkaachuu" jechuudha.
Barumsi kun irra caalaatti kaninni ganuufi mormu 'uu_isaati. Nama ta'uu Sagalee waaqayyoo(Incarnation) morma.
Barumsi kun kan madde falaasama giriikii yeroo sana ture kan "DUALISM" jedhamu irraati. Jarri kun "Hafuurri gaariifi qulqulluudha Qaamni(foon) hamaafi xuraa'aadha" kan jedhu barumsaa jabaa qabu.
Ilaalcha falaasama isaaniitiiniis "waaqni qulqulluun akkamitti foon xuraa'aa uffachuu danda'a? akkamittis waliif galuu danda'a?" jedhanii yaadu.
akka jedhanitti "Yesus kiristoos yeroo biyya lafaarra turetti akka nama dhugaatti kaninni mul'ate ija namaatti qofaadha. inni nama fooniifi dhiiga qabu utuu hin taane Akka gaadidduu ykn Hafuuraa(Phantom) qaama gadi fagoo wayiiti" jedhu.
Eenyummaan namummaa isaa wangeelota keessatti barreeffaman hundi,fakkeenyaaf :- beela'uu,dheebochuu,dadhabuufi rafuunsaa nama ta'uusaa utuu hin ta'iin,namoonni akka isa amananiif taateewwan agarsiifamanidha" jedhanii barsiisu.
Barumsa sobaa kana balaafamaa kan jsa godhu ammoo akkamitti akka inni dhiphinaafi fannoorratti du'uu Gooftaa hiikudha.
Jarri kun " waaqayyo dhiphachuu hin danda'u,akkasumas foon hin qabu(waaqayyo foon miti). kanaafuu fannoorratti kan du'e gaadidduudha" jedhu.
Kaan isaaniimmo " fannoorratti kan du'e nama kan biraa(Simoon nama qareenaa) dha hanga jedhanitti gahaniiru!
barumsa kana humnashee guutuudhaan ganamummaan mormiteetti. "1yoh 4:3 kan barreeffame Dosetiizimii mormuufi" jechuudhaan. Hayyoonni seenaa ni tilmaamu.
Jaarraa 2ffaa keessa kan ture barumsa dosetiizimii warra morman keessaa adda duree ture. Yeroo ajjeefamuudhaaf gara roomaatti geeffamaa turettis ergaawwan isaa keessa "Dhugumatti/dhugaadha/" jechi jedhu irra deddeebiidhaan fayyadameera. "Kiristoos dhugumatti dhalateera,dhugumatti beela'ee dheeboteera,dugumatti fannifamera,dhugumatti du'eera" jechuun dhoksaa namummaa Yesus Kristoos dubbateera.
3) MAARKONIIZIMII(marconism) :-
Barumsi kun naannoo naannoo bara 144 kan ka'e yoo ta'u,barumsi isaa kiristiyaanummaa kakuu moofaarraa guutummaa guutuutti kutuudhaaf kan karoorfatedha.
"Waaqni kakuu moofaa gara jabeessaafi xiiqeffataa kan seeraan kan nama garboomsu uumqq addunyaa fooniiti. Kakuu haaraatti garuu Yesuus abbaa jaalalaafi araaraati" barumsa jedhu qabu.
Akkasumas macaafota kakuu haaraa keessaas caaffata yihuudota wajjiin walitti dhufeenya qaban hir'isuudhaan,Wangeela luqaasiifi ergaawwan phaawuloos kudhan (10) kan qabu macaafa qulqulluu qopheeffatan! kunis sagalee waaqayyoo akka ta'e waldaan kiristiyaanaa akka murteessituuf dhiibbaa guddaa uumaniiru.
4)MONAARKIYAANIIZIMII(monarchianism)
Jaarraa 2ffaafi 3ffaa keessa barumsa og-waaqummaa sobaa waldaa kiristiyaanaa raasedha. mqaansaa jecha giriikii "monarchia" jedhu irraa kan dhufe yoo ta'u,hiikuun isaas "Geggeeffama tokko"yookiin "bu'uura tokko" akka jechuuti. ka'umsi barumsa kanaafi kaayyoonsaa tokkummaa eeguu yookiin mormii "kiristiyaanummaan waaqolii sadii(3) waaqessuudha" jedhu qopachuudhaaf yo ta'eyyuuu adeemsa keessaa barumsa sadan tokkummaa fi eenyummaa kiristoos ganuutti geesse.
Monaarkiizimiin bu'uura faallaa lamaan(2) ibsama:-
4.1 monaarkiyazimii( dynamic monarchiasm/Adoptionism)
Barumsi inni kun tokkummaa waaqayyummaa eeguuf jecha waaqayyummaa Yesus kiristoosiin gadi buusa. akka amantii jara kanaatti " Yesus kiristoos kan dhalate akkuma nama salphaa wayiitti. garuu baayyee qulqulluufi qajeelaa waan ta'eef yero inni cuuphame humni waaqayyoo irra bu'e. kanarraan kan ka'e waaqayyoo (adoption) mucaasaa godhate malee durumaan kan tureefi abbaa wajjiin walqixa kan ta'e miti." jedhu.
Kanas waldaan kiristiyaanaa ni balaaleffatti.
4.2 ( modalistic monarchianism/modalism)
- Barumsi inni kunimmoo waaqayyummaa Yesuusiin ni fudhata. garuu garummaa qaamolee sadan tokkummaa waaqayyoo (sillaasee) gidduu jiru ni gana. akka amantii kanaatti waaqayyo qaama tokko qofaadha. qaamni tokkichi kunis yeroo garaa garaatti fuula garaa garaatiin(modes) of ibse malee Abbaa,Ilma fi Hafuura Qulqllulluu n qaama of danda'e ta'ee hin jiru.
Akka hiikaa Moodaalistootaatti:- Waaqayyo abbaan kakuu moofaatti uumaa,seera kan kenne ta'ee mul'ate.
Kakuu haaraatti immoo ilma yookiin fayyisaa ta'ee dhufe.
Du'aa ka'uufi Ol ba'uu yesus booda immoo Hafuura Qulqulluu ta'ee dhufe.
Barumsi kun karaa nama jedhamuu waan dhufeef jedhama.
Dogoggora moodaaliizimiin fide " (Patrpassianism) " jedhama. hiikuun isaas "Abbaan fannoorratti dhiphateera" jechuudha.
Kanas waldaan kiristiyaanaa ni balaaleffatti!
5) MAANEKAYIZIMII( manichaeism)
Barumsi inni kunimmoo walakkeessa jaarraa 3ffaa naannoo bara 240 Faares (Iraan ammaa)keessatti jalqabee hamma Roomaatti babal'atee waldaa kiristiyaanaa baayyee qoree ture. maqaansaa kan dhufe hundeessaa isaanii "Mani" jedhamurraa yoo ta'u,kiristiyaanummaa Zooraastaran Faaris,Budhizimii fi Noostiisizimii waliin wal makanii amantii burjaajessaa uumuudhaaf falaasama qophaa'eedha.
Maanekayizimiin Kiristoosiin akka isa guddichaatti fudhata.
Hordoftoonni isaas bakka 2tti qoodamu.
1) Warra filatame!
Warri kun jreenya baayyee jabaataa ta'e gaggeessu. foon hin nyaatan,dhugaatii wayinii hin dhugan,gaa'ela hin dhaabbatan,qabeenya hin horatan.
Kaayyoon isaanii Ifa keessa isaanii jiru utuu hin balleessiin tursuudha.
2) Warra dhaga'an!
warri kunimmoo jireenya baratamaa kan geggeeffatanidha. warra filataman gargaaruudhaan suuta gara addunyaa ifaatti dhufuuf warra abdatanidha.
Maanekayizimummaan bu'uura amantii kiristiyaanummaa kan diigu ta'uusaatiinbwaldaan kiristiyaanaa jabeessitee mormiti.
Waldaan kiristiyaanaa Waaqayyo qofaasaa Humna raawwatee seexanniifi dukkanni bira gahuu hin dandeenyee fi barumsi sobaa Maaniin kufaa akka ta'e gadi fageenyaan barsiisti.
ittti fufa!BARUMSOOTA SOBAA WALDAA KIRISTIYAANAA ISHEE DURII QORAN!

ittti fufa!

namoota biraan ga'i bira hin darbinii
09/04/2026

namoota biraan ga'i bira hin darbinii

09/04/2026

"How beautiful are the feet of those who bring Good News." — Romans 10:15

Somewhere right now, a pastor is walking miles through rough terrain to reach a village that has no church. Just open sky and people hungry to hear.

The spread of the Good News doesn't stop when the way gets hard. It keeps going through faithful people, in hard places, one village at a time.

Your generosity helps put feet to that calling. Thank you for making it possible.

Would you take a moment to pray for the pastors walking these roads today?

Drop a 🙏 below if you prayed.

08/04/2026

Tokkichummaa Waaqayyoo🎗
Nagaan siinif haa ta'u.☝️
Dhugaan Waa'ee sadii tokko jedhus kanuma kana👂
page kana Followu gochuu hin dagatinaa yoo isinitti toles qooduun nu waliin hojjedhaa🖕
✍️Waaqayyo abbaan,Waaqayyo ilmaa miti,Waaqayyo hafuura qulqulluus miti.
✍️Waaqayyo ilmaan waaqayyo abbaa Waaqayyo hafuura qulqulluus miti.
✍️Waaqayyo hafuura qulqulluus Waaqayyo ilmaa miti Waaqayyo abbaas miti.Waaqayyo hafuura jechuun Waaqayyo hafuura qulqulluuti jechuu miti.qaama sadantu karaa hafuura qulqulluu mul'ata jechuu dha malee.
✍️ Waaqayyo sadiidhaa? lakki.
✍️ Waaqayyo tokkoo? lakki.Maaliif Waaqayyo tokko jechuun karaa biraa Waaqayyo lammaffaan jira jechuu waan ta'eef.kanaafuu Waaqayyo meeqaree? Waaqayyo tokko jennee dubbachuun rakkoo hin qabu garuu hiikni sirrii Waaqayyo .Waaqayyo Tokkicha jechuun Waaqayyo lammaffaan hin jiru hin jiru jechuu dha. Kesa deebii 24⁶

©Qaama tokko waaqayyo sadii? lakki.
©Waaqayyo tokkicha qaama sadii dhaa? Eyyeen
®Abbaan Waaqayyo dhaa? Eyyeen.
®Ilmi Waaqayyo dhaa? Eyyeen.
®Hafuurri qulqulluun Waaqayyo dhaa? Eyyeen.
Yeroo ibsan garuu waaqota sadin otoo hin taane qaamota sadiin ibsamu.(Trinity) Jechuudha.kana jechuun sadii tokko (Theree in unity) jechuudha.
Walumaagalatti Waaqayyo sadis miti tokkos miti tokkicha jennee gadi fageenyan itti himna sobdootaatatti.Waaqayyo sadi otoo hin qaama sadii dha.Qaamotni sadan eenyumma tokkicha waan qabaniif Waaqayyo tokkicha qaama sadii jechun ibsamu.Sheekkon Yesuus kakuu moofaa keessatti abbaa ture,kakuu haaraa keessatti immoo ilma ta'e,amma immoo hafuuraa jedhanii warrii waaaqayyo ta'e ni jjijirame jedhanii barsiisni sobaa kaabbaa uffate Barsiisa Abaaramaa kan warra (Jesus only) ykn )Sabellianism) warri jedhaman oduu durii Kiristoos isa fannifame mormuudhaaaf jaarraa 3ffaa keessa biqilani dha.Waa'ee barumsa (Waaqayyo Tokko) fi (Waaqayyoota) seenaa kana siinif nan maxxansa.Rakkoon keessaan isa namni gatii kaffalle barreessu siinif qoosaa fakkaata.wanan followers barbaachaa akkas jedhu fakkaata.sammuun akkanattu yaadu jiraannan mana hiidhaa wallaalummaa jedhamu keessa jira.Namooga tokko tokkotti gochuutu sinitti ulfaata.kanumaafan barreeffama dheeraa otoo barreesuuf fedha qabuu dhugaa dha baayee na cufaa jira.Ani ergaa dhugaa sin biraan gahuudhaaf isa Waaqayyo keessa koo beekuu ciisee bulee hin beeku.garuu isin namootni muraasni natti qoostu.mogolee nama buustu.warreen dhugumatti immoo maxxansa koo kana jala bu'anii hordofanii ofiif fayyadamanuun dhalootaan gahanis jiru.Warra kanaaf kabajni koo guddaa dha.gatiin isaanii gonfoo dha.Abbaan koo akka isaan badhaasu tasumaa hin seesu.
Mee share gochuun,page koo kanas akka naaf hiikuuf naaf ta'aa 🤲
Nuyi Garuu kiristoos isa fannifame ni lallabna.
1Qor 1²³
YESUUS NI DHUFA

住所

Johnseyifu1@gmail. Com
Usa-shi, Oita

営業時間

09:00 - 17:00

電話番号

+251917008763

ウェブサイト

アラート

Johin Seyifuがニュースとプロモを投稿した時に最初に知って当社にメールを送信する最初の人になりましょう。あなたのメールアドレスはその他の目的には使用されず、いつでもサブスクリプションを解除することができます。

事業に問い合わせをする

Johin Seyifuにメッセージを送信:

共有する