Gospel Singer Dawit Alemayehu

Call Website Contact the place of worship

Gospel Singer Dawit Alemayehu “Caaffanni qulqullaa'aan, "Qotiyyoo siribsiisuu irra jiru afaan isaa hin hidhin!" in jedha; akkasu Waa'ee Yesuusiin addunyaa kana guutummaatti beeksisna.

Biyya lafaa kana irratti Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos in lallabaa, Faarfannoota garaa garaa beeksisaa, maxxansaa, Lallaba garaa garaa maxxansaa.

Eluu Jesus Faarfannaa dinqii❤️Mee seenaa dhageeffadha!
23/07/2026

Eluu Jesus
Faarfannaa dinqii❤️
Mee seenaa dhageeffadha!

Tittle °FURIIKO SINGER # Elias Fikirudop & editor SamuelMus...

17/07/2026
Haadhotiin guutummaa waldaa muluwangeel naqamtee, haala dinqisiisaaf ajaa'ibsiisaadhaan ijoollota isaanii ofitti naannes...
23/03/2024

Haadhotiin guutummaa waldaa muluwangeel naqamtee, haala dinqisiisaaf ajaa'ibsiisaadhaan ijoollota isaanii ofitti naannessuudhaan, guyyaa kaleessaa dhugaa ba’aa oolaniiru!

Yesuus in dhufa!
Maraanaataa!

14/04/2023

Faarfannoota fi Worship garaagaraa argachuuf channel keenya subscribe godhaa! Waaqayyo bara keessaniif jireenya keessan haa eebbisu!!!

08/11/2022

ILAALI IMIMMAAN KEENYA×3
MILLADHU BIYYA KEENYAA
ILAALI DHALOOTA KEENYA×3
MILLADHU BIYYA KEENYAA 🙏😭🙏

Address

Nekemte
London
JABAADHU!

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gospel Singer Dawit Alemayehu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Gospel Singer Dawit Alemayehu:

Shortcuts

Share