19/07/2026
Sagantaa Waaqeffannaa Guyyaa DILBATA 12/11/2018 irrati waaqayyo Guddoo nu eebbise.
Sagantaa Qajeelchuun: Xume Buke
Lallaba dubbii waaqaatiin: Liban Eliyas
Faaruu dura bu'uun(worship ): Niftalem Worship Team
Gartuu farfanna: Hadhoolii
Keyboard taphachuun: Dawit Boru fi Bayisa Alemu
Kaameraa kaasuun fi Technician: Mosisa nu tajaajilanii jiru.