Waldaa Tola Ooltummaa, Walgargaarsaa fi Tokkummaa Ummataa

Waldaa Tola Ooltummaa, Walgargaarsaa fi Tokkummaa Ummataa Islamic foundation

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته إخواني واخواتي في الله نحمد الله ونشكره على ما منَّ علينا من نعمة الظاهرة والباطنة Faaru...
25/07/2023

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته إخواني واخواتي في الله
نحمد الله ونشكره على ما منَّ علينا من نعمة الظاهرة والباطنة
Faaruun Kan Rabbii keenyaa isa tola hedduu mul'ataa fi dhokataa nutti ooleeti. Nama waan biraa dalagus hedduu qabna, waajjiraa waan biraa dalagus hedduu qabna. Bara kana keessa Waajjira Waan diinii keessatti dalagamu fi Dhaabbata waan diinii dalagu. Argachuun keenya Gammachuu keenyaa fi kan warra Rabbitti Amanee maraati. Sanuu bakka seenaan dagate Shawaa hangafa Mamlakoota (Mootummoota) Islaamaa keessatti.
Yoo diiniin ifatti bahuun sigammachiise Share godhi. As wr wb

As wr wb  Alhamdulillaah Guyyaa Har'aa Raamadaana 18/1444 Galgala Waldaan Tola Ooltummaa, Walgargaarsaa fi Tokkummaa Umm...
09/04/2023

As wr wb Alhamdulillaah Guyyaa Har'aa Raamadaana 18/1444 Galgala Waldaan Tola Ooltummaa, Walgargaarsaa fi Tokkummaa Ummataa Namoota hanga Jaatamaa (60) Masjida Umar binu Khaxxaab Magaalaa Walisootti Faxarsiifte. Kunis Namni tokko Saaud Arabiyaa Alqasiim irraa. namoota hanga tokko naaf faxarsiisaa jechuu isaa hordofee kan taasifame yoo ta'u. nama kanas Rabbiin duuniyaa fi Aakhiraa isa haamilkeessu qabeenya isaa keessa barakaa haa kaa'u. Jam'iyyaa keenyas Rabbi haa milkeessu fiixaan baatuu Rabbi haa godhu. du'aaii godhaa. Yoo Rabbi jedhe Guyyaa boruu masjidoota sadiitti Namoota 60+60+60 hanga nama 180 nifaxarsiifti. inshaa allaah

Address

Woliso

Telephone

+251935339518

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Tola Ooltummaa, Walgargaarsaa fi Tokkummaa Ummataa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share