Gemmechis Chali truth Media.

Gemmechis Chali truth Media. Gospel for all. God

11/06/2026

“Yeroo hundumaa gooftaatti gammadaa! Ammas irra deebi'ee nan jedha, gammadaa!” Filp. 4:4

09/04/2026

Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru.........HoE. 4:12

04/04/2026

“Abbaanii fi ani tokko isaaniin jedhe.”
— Yoh. 10:30

24/03/2026

“Kanaafis sittan hima, jaalalli ishee inni guddaan kun, cubbuun ishee inni baay'een akka dhiifameef mul'isa; xinnoon kan dhiifamuuf garuu, jaalala xinnoo argisiisa" jedhe.”
— Luq. 7:47

25/02/2026

“Maqaa gooftaa kan waammatu hundumtinuu immoo in oola' jedhe.”
— HoE. 2:21

23/01/2026

“Egaa Kristos Yesus goofticha akkuma fudhattanitti isatti jiraadhaa!”
— Qol. 2:6

10/01/2026

“Waaqayyo ishee keessa waan jiruuf hin sochootu, Waaqayyoganameeffatee ishee in gargaara.” Far. 46:5

Address

Nek'Emte
Welega

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gemmechis Chali truth Media. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Gemmechis Chali truth Media.:

Shortcuts

Share