Apostle Bandira Beyene

Apostle Bandira Beyene Like this page

የሀዘን መግለጫበጣም የምወድህ ውድ ወንድሜ ቦና ሀሰን፣በሊብያ ጉዞ ላይ እያለ በድንገተኛ ህመም የተለየህን በሞት እንዳጣንህ ስሰማ ከልብ አዝኛለሁ።ይህ ያልታሰበ ህልፈት በቤተሰባችን ላይ የተፈ...
12/08/2026

የሀዘን መግለጫ

በጣም የምወድህ ውድ ወንድሜ ቦና ሀሰን፣
በሊብያ ጉዞ ላይ እያለ በድንገተኛ ህመም የተለየህን በሞት እንዳጣንህ ስሰማ ከልብ አዝኛለሁ።
ይህ ያልታሰበ ህልፈት በቤተሰባችን ላይ የተፈጠረውን በዚህ አስቸጋሪ ጊዜ እግዚአብሔር ለመላው ቤተሰቦቼም ለጋደኞችም እንዲሁም አብራችሁት ለምታገለግጉት መጽናናትን ይስጥ።
የሟቹን ነፍስ እግዚአብሔር ይማርልን፣ ነፍሱን በሰላም ያኑርልን። ለእኛም በዚህ ከባድ የሀዘን ጊዜ ብርታትና ትዕግስት ይስጠን።
እግዚአብሔር ይማርልን። አሜን 😭😭😭😭😭😭😭 Rip.........

Ergaa Gaddaa
Obboleessa koo jaalatamaa, kan ani baay’een jaalladhu Bonaa Hassan,
Obboleessa koo jaalatamaa, yeroo imala Liibiyaa irra jiruu dhukkuba tasaa isa mudateen addunyaa kanarraa du’aan Nurraa addaan ba’uu kee yeroo dhaga’u, garaan koo baay’ee na gubate; gaddi guddaan natti dhaga’ame.
Duuti kee akkuma hin eegamneetti maatii keenyaaf gadda guddaa fi dhukkubbii sammuu guddaa uumeera. Yeroo gaddaa fi rakkoo ulfaataa kana keessatti Waaqni maatii keenya hundaaf, hiriyoota keetiif, akkasumas namoota waliin Tajaajilaa woliin Faarfachaa turtanif jajjabinaa fi obsaa haa kennu.
Lubbuun kee Waaqayyoon Gooftaan keenya innii mirga abbaa isaa Jiru siif haa araaramuu Nu Maatii kee yeroo gaddaa ulfaata kana keessa jajjabinaa fi obsa Nuuf haa kennu.
Waaqayyo siif haa araaramu, obboleessa koo. Hanga bara baraatti qalbii keenya keessa ni jiraatta. 😭😭😭😭😭😭😭
RIP 🕊️

02/06/2026

Address

Shashemene
PROFITSUME

Telephone

+251919515247

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Apostle Bandira Beyene posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Apostle Bandira Beyene:

Shortcuts

Share