Sinoodoosii Oromiyaatti Kutaa Lallaba Arsii Lixaa /Shaashamannee

Sinoodoosii Oromiyaatti Kutaa Lallaba Arsii Lixaa /Shaashamannee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sinoodoosii Oromiyaatti Kutaa Lallaba Arsii Lixaa /Shaashamannee, Christian church, West Arsi, Shashemene.

Kutaa Lallaba Arsii Lixaa!!
11/02/2023

Kutaa Lallaba Arsii Lixaa!!

Baga Nagaan gara manakee ganamaa Ortodoksiitti deebite.Obboleessi keenya Injineer Mootii Beegii (Cand. PhD)n kanaan dura...
10/02/2023

Baga Nagaan gara manakee ganamaa Ortodoksiitti deebite.

Obboleessi keenya Injineer Mootii Beegii (Cand. PhD)n kanaan dura Ortodoksii sababa siyaasa ormaaf dhiise kana booda nan deebiha akkuma jedhe kunoo Abbaa keenyaarraa eebbifameera.

Gammachuu kana arguudhan baga Waaqayyo nu gahe!
Jabaan Waaqa!

Address

West Arsi
Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sinoodoosii Oromiyaatti Kutaa Lallaba Arsii Lixaa /Shaashamannee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share