Jama'aa Dargaggoota G/A/Lixaa FTQI

Jama'aa Dargaggoota G/A/Lixaa FTQI Faawuundeeshiinii Tokkuummaa fi Qorannoo Islaamaa Dargaggoota Godina Arsii Lixaa (FTQI)

 ➡Masjiida guddicha magaalaa Kofalee   Imaamaa Khaaxiba Masjiidichaatti. Bara 1985 irraa eegalee hanga hardhaatti gahee ...
11/11/2023



➡Masjiida guddicha magaalaa Kofalee Imaamaa Khaaxiba Masjiidichaatti. Bara 1985 irraa eegalee hanga hardhaatti gahee hojii garagaraatiin (Imaammuudhaan, Mu'aazinumaadhaan, akkasumaas Barsiisa Madarasaa) ta'uudhan masjiida Anuwaar tajaajilaa turaniiru. Yeroo ammas tajaajila jiru.

➡ Bara 1995 irraa eegalani fa'a waliin Majaliisa Aanaa Kofalee keessatti hojjata turaniiruu akkasumaas Majaliisa Godina Arsii lixaa keessattis hojjata jiru. Yeroo amma Koree Hojii Raawwachiiftuu Majaliisaa Godinaa Arsii Lixaa keessatti gahee leencaa bahaata jiru.

➡Ustaaz Badruun Nama Hayyuu, Bilchaata nama fi Nama Hikmaa addaa qabuudha. Umrii isaan keessa Rabbiin Barakaa isaaniif haa kaayu.

Hayyuu ofi beekuu fi iddoo isaaf malu kaayuun gahee dhaloota ammatti

  Sagantaa Miidhagaa fi Booharsaa, Aaliimaan, Daa'iiwaan, Hayyoota fi Hawaasa Baldhaa Hirmaachiise Keeroon_9ffaa guyyaa ...
05/11/2023




Sagantaa Miidhagaa fi Booharsaa, Aaliimaan, Daa'iiwaan, Hayyoota fi Hawaasa Baldhaa Hirmaachiise Keeroon_9ffaa guyyaa hardhaa magaalaa Shaashamanneetti geggafame xumuramee

  Qofatu Hafe⏰ ⏱              Ajajmneeti   Waltajjii   Haala Adda taheen Kan Qophaahe.🗓Guyyaa 25/02/2016Ganama ⏱2:30 🏢  ...
02/11/2023

Qofatu Hafe
⏰ ⏱
Ajajmneeti
Waltajjii Haala Adda taheen Kan Qophaahe.
🗓Guyyaa 25/02/2016
Ganama ⏱2:30
🏢 Magaalaa Abboostoo.
Bakka Keessummoonni Kunniin Argamanitti
Hin Hafinaa Haftanii Hin Gaabbinaa
Keeroon Karooraan Itti Fufaa Isinis Karoorsaan Nutti Dhufaa

Miila Kaayyoo
KeKebor MultimediaIbsaa Daandii dhugaa
T.me/kebormedia

Paaspoortiin Hujjaaja qofaaf heeyyamamuun ibsame. ፓስፖርት ለሁጃጆች ብቻ ተፈቀደGalmee hajjii bara 2015/1444 sababa Paaspoortiin ga...
29/04/2023

Paaspoortiin Hujjaaja qofaaf heeyyamamuun ibsame. ፓስፖርት ለሁጃጆች ብቻ ተፈቀደ

Galmee hajjii bara 2015/1444 sababa Paaspoortiin galmaa'uu kan rakkachaa turtaniif: Haara baafachuu, haaromsuu ykn kan isin jalaa bade, bakka buufata galmee isinitti dhihaatu(Finfinnee, Harargee, Jimmaa, Baalee fi Shashamannee) qaamaan deemuun galmaa'uu dandeessu. Galmeen yoo Rabbi Jedhe guyyaa Wiixata 23/08/2015 irraa eegalee ni jalqabama.

Ulaagaa Pasport baafachuuf barbaachisu: Waraqaa Eenyummaa haarome, Ragaa dhalootaa fi photoo gamanumaan akka qopheeffattan isin beeksisaa hangi heeyyamame xiqqoo waan ta'eef atattamaan akka galmooftan isin hubachiifna.

በፓስፖርት ምክንያት ለ2015/1444 ሀጅ ለመመዝገብ ለተቸገራችሁ፡- ፓስፖርታችሁን ለማደስ፣ አዲስ ለማውጣት ወይም የጠፋባችሁ በአቅራቢያዎ ባሉ የመመዝገቢያ ጣቢያዎች (ፊንፊኔ፣ ሀረርጌ፣ ጅማ፣ ባሌ እና ሻሸመኔ) በአካል በመቅረብ መመዝገብ ይችላሉ። በአላህ ፍቃድ ሰኞ 23/08/2015 ምዝገባ ይጀመራል።

የፓስፖርት አሰጣጥ መስፈርቶች፡- የሚፈቀደው መጠን የተገደበ ስለሆነ እባኮትን የታደሰ መታወቂያ ካርድ፣ የልደት ካርድ እና ጉርድ ፎቶግራፍ ከወዲሁ እንድታዘጋጁ እናሳስባለን።

ሪፖርት: Bedru Mohammed

Markazni guddichi Ibaadurrahmaan barattoota hifzii qur'aanaa Eebbiisiise      =====================Guyyaa harraa markazn...
02/01/2023

Markazni guddichi Ibaadurrahmaan barattoota hifzii qur'aanaa Eebbiisiise
=====================
Guyyaa harraa markazni guddichi markaza ibaadurrahmaan ganda sinaana baaqaa Anaa dodola barattoota hifzii qur'ana lakkofsaan 150 ta'an kan woggottaa lamaaf hifzirra turan Eebbisiise. kayyoon sagantichaa barattoota qur'ana haffazanii xumuuran Eebbisisuu yoo ta'uu keessummoonni gurguddoon du'aatota beekkamoo fi ulama'iin hedduun irratti Argamniiru.
Marakzichi kanaan marsaa 6ffaa Eebbisisaa kan jiruu yoo ta'uu Eegalaa issaraa jalqabee hangaa baranatti barattoota 387 haffazisee hawasaaf gumaache. Markazni woggoota 12 lakkoofsiseera

27/12/2022

akkas tahee silaa akkana hin tahu.
osoo akkas tahuu baadhee silaa wahiin akkana tahaa?

: meeshaa sheeyxaanni namattiin waswaasu irraahi.
Cinaacha kee jabaa beekii tikfadhu, cinaacha kee dadhabaa beekii irraa qulqullaawuuf tattaafadhu.

Sahaabaa beekkamaa rabbiin irraa haa jaalatuu isaan irraa odeeffamee SAW akkana jadhan:
"Mu'umina jabaatu laafaa caala rabbiin birattiis
irra jaalatama, Mu'umina cufa keessa garuu keeyriin ni jira, Waan si fayyadu itti bololi Rabbiin gargaarsifadhu hin dadhabin, yoo wanni ati hin jaalanne siqunnamte akkana hin jadhin: odoon akkas dalaguu baadhee wahi akkas tahaa osoon akkana dalagee silaa akkana taha, murtiin tan rabbiiti
rabbiin waan fedhe dalaga jadhi
osoon akkas tahe silaa akkana hin tahuun jachuun hujii sheexaanaati".
Hadiisa kana imaamu muslimtu gabaase.

Rabbiin mu'umina jabaa isin haa taasisu.

 'uud_Nuuraa
21/12/2022

'uud_Nuuraa

Sagantaa Eebbaa Tv Nuuralhudaa Waggaa 5ffaa Magaalaa Hasaasaati guyyaa hardhaa geggeffame ooleeIddoo Kessummoonni fi Haw...
11/12/2022

Sagantaa Eebbaa Tv Nuuralhudaa Waggaa 5ffaa Magaalaa Hasaasaati guyyaa hardhaa geggeffame oolee

Iddoo Kessummoonni fi Hawaasni baldhaan itti argamanitti

Address

West Arsi
Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jama'aa Dargaggoota G/A/Lixaa FTQI posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share