15/03/2024
//kutaa 1ffaa ‡οΈβοΈ
Rakkina Kiristaanootaa
βEenyu iyyuu kan Na faana buβuu barbaadu Fannoo Koo haa baatu Na faanas haa buβuβ kan jedhuun Gooftaan keenya tokko rakkina Kiristoosiin yaadachuu akka qabnu nu barsiisuuf.Maat 16:24
Dabalees raawwiin Kiristaanummaa Kiristoosiin fakkaachuu, akka Kiristoositti, waaβee Kiristoosiif, Kiristosiin deddeebiβu dha waan taβeef guddummaan ilaalcha Kiristaanootaas kan irratti buβuureeffamee Isa fakkaatanii jiraachuu dhaan, ibsamuun isaa Qulqullichi Phaawuloos βKiristoosiin fakkaatanii jiraachuu kan jaallatan ni godansiifamuβ akka jedhe rakkina Kiristoos irra gahe hirmaachuun Kiristaanootaa, Fannoo isa jechiisisa.
Kanaaf Abbaan Sinoodaa Phaaphaasii biyya Gibxii βIn fact, christian life is practically a journey to Golgotha; and christianity without a cross is really not christianity.
Those who have received their good things on earth, will have no share in the Kingdom, as the story of the rich man and Lazarus explains to us (Luke 16:25).
βDhugaatti, jireenya Kiristaanaa shaakkalli daandii gara Golgotaatti, fi Kiristaanummaan Fannoo malee Kiristaanummaa dhugaa miti. Akkuma seenaan sooresichaa fi Alaazaar nutti himuuttis, lafa irratti warreen waantoota gaarii fudhatan, mooticha biratti gatii hin qabanβ jechuun jireenya Kiristaanummaa jireenya Fannoo taβuu himan.
Akkuma dubbanne akka dhuunfaatti, garee fi Mana Amantaas waliin ni qabata. Kiristaanummaaf hirmaannaa rakkina /gidiraa/ Kiristoosii irratiini akkuma Qulqullichi Phaawuloos βIsaa fi humna duβaa kaβuumsa Isaa akkan beekuuf, rakkina Isaatiinis akkan hirmaadhuuf, gara duβaa kaβuumsa warra duβaaniittis naaf taβee akkan gahuuf, duβaa Isaatiin fakkaachuun hawwaβ(Filiph. 3:10-11) akkuma jedhe.
Ammas waaβee hirmaannaa Kiristaanootaa kan rakkina Kiristoosii kana βKiristoos waliin fannifameera, anis ammaa jiraataa taβee hin jiraadhuu Kiristoos garuu anaan irratti ni jiraataβ (Gal 2:20).Kanaafuu, yoo kiristoos waliin jiraachuuu jaallatte, Kiristoos waliin rakkachuu itii fufaa Sher ‡οΈβͺοΈ