Kayo Tolesa page

Kayo Tolesa page Sagalee waaqayyoo hin labsinaa

09/06/2025

Amantaan Dhugaan amantaa kiristaana ta'uu isaa
✓Waaqayyoo mootiin israa'el inni israa'elin furu, waaqayyoo gooftaan maccaa,"Ani isa jalqabaati,isa dhumaatis,ana malee waaqayyoo kan biraa hin jiruu nutti isa amanaa
Isay 44:6-7
@)Waaqayyoo kiristaanoni amananiin ala waaqni kan biraa jira yoo ta'e
✓Me as ba'aatii wanta si'achi ta'uuf jiruu nutti mul'isaa,nuyi akka qalbifannutti yommu inni fixxaan ba'us akka hubannutti,is ta'uuf jiru, nutti himaa?
Isa 41:22-24
✓Nuyi waaqayyolii ta'uu keessan akka beeknutti,mee wanta kana booddeedhaan dhufuuf jiru nutti himaa?
Eyyee! Nuyi isa arginee naanee Akka sodaannutti,Mee wanta gaarii ykn wanta hamaa hojjedhaa kaa?
Isin homaattuu hin galtan,hojiin keessanis waa'ee hin baasuu;namni isin abdatus ciigga'amaa dha.
®Maccaafni qulqulluu waaqa kiristaani amanani ala waaqni kan biraa akka hin jire nuuf ibsaa
1sen 17:20
Kes 32:39
Isa 46:9
Kiristaannoni Baga gammadanii
Yesuusi kiristoosi sin fo'ateraa

08/06/2025

Baga gammadee

Follow me
08/06/2025

Follow me

07/06/2025

Kootaa sagalee waaqayyoo hin labsinaa

Address

Gabate
Shambu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kayo Tolesa page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category