Shambu Amanuel Church

Shambu Amanuel Church Gods church

26/09/2022
21/09/2022

ምሳሌ 18፡21( M.Fakkenyaa 18:21)
Duutii fi jireenyi aboo arrabaa jala jirti.
=Iddoo kana irratti dhalli namaa jireenya isaa gara fuula duraa arraba isaatiin dubbatateetu jiraata.
=S.Uumamaa 22 irratti yoo ilaalle Abrihaam Hojjettoota isaa lamaaniin isin harricha wajjin asuma turaa aniif mucichi aarsaa dhiyeesinee dhufna jedhee arraba isaatiin dubbate.
=Itti aansuunis Yisiyaaq Abrihaamiin meerre Hoolaan aarsaaf ta'u jennaan Waaqayyo ni qopheessa jedhe. Kana hundumaa akkuma Abrihaam dubbate Waaqayyos ni raawateef.

19/09/2022

Amaanu'eel jechuun Waaqayyo nu wajjin jechuu dha.

Address

Horo Guduru Wollega
Shambu
01

Telephone

+251921186875

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shambu Amanuel Church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Shambu Amanuel Church:

Share