Dirree Nagaa fi Jaalalaa

Dirree Nagaa fi Jaalalaa Ani Wangeelatti hin yeella'u!!! nagaa fi jaalaa

10/04/2026

Join Our telegram Group.

Baga Nagaan nuuf dhufte Dassuu
21/11/2023

Baga Nagaan nuuf dhufte Dassuu

Faarfataa Dassaaleny Duulaa baga nagaan dhufte…,
Maaddii tolootaa irraa warra qooda qabaniif boqonnaa fi jajjabina, humnas Faarfannaan kun.
Eebbikee itti hafufu….
https://youtube.com/?si=xiP-_855CJS-uQDP

17/11/2023
17/11/2023

In jalqabe gooftaan in jalqabe
Seexana diinakoo ija qabe
Dukkanaa’e duubaaf fuldurri isaa
Lafa seenu dhabeetu of dhiphisa
Qaanqeetu faca’e ija isaa dura
Fayyaatti du’eera maalsaatu jira
Aduun itti dhi’ee tabbaa’eera
Waan qabee gadhiisu wallaaleera
Itti fufeen deema ani karaakoo
Darbii deemi naan jedhe gooftaankoo
Kan na dhaabu hin jiru humni biraa
Ayyaanni Waaqayyoo narra jira 💪

11/09/2023
25/10/2022
03/10/2022

YESUUS KIRISTOOS.

¹⁸ Homtinuu takkaa Waaqayyoon hin argine, ilma tokkicha isa abbaa bukkee ture sanatu waa'ee isaa hiikee beeksise malee.yoh 1:18

¹⁹ Waaqayyo guutummaa waaqayyummaa isaatiin, isa keessa jiraachuutti gammadeera. ²⁰ Waaqayyo wanta hundumaa karaa isaa ofitti araarse; dhiiga Kristos isa fannoo irratti dhangala'eenis lafa irratti, waaqa irratti nagaa buuseera.Qol 1:19

¹ Bara duriitti Waaqayyo si'a baay'ee karaa garaa garaatiin, raajotaan abboota keenyatti dubbateera. ² Guyyoota bara isa dhumaa kanatti immoo ilma isaatiin nutti dubbate; Waaqayyo ilma isaa kanaan waaqaa fi lafa uume; waan hundumaas harka isaatti kennuuf isa dhaabe.ibr 1-2

03/10/2022

Address

Around Ethiopian Telecommunication
Nekemte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dirree Nagaa fi Jaalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share