27/06/2025
Waldaan keenya tokkuma amantootaan hojii misooma habukadoo 200fi buna 350 dhaabuun akkasumas lafa qamadin faca'uu qopheessite Jirti,
itti dabalee Mana haadha hiyyeesaa tokko waanta jalaa jigeef ijaruu Eegaltee jirti.