EVANGELIST SAGNI PAGE

EVANGELIST SAGNI PAGE Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from EVANGELIST SAGNI PAGE, Evangelical church, Nekemte.

Ayi Wangeela in caalta meetiif warqee irra
31/03/2026

Ayi Wangeela in caalta meetiif warqee irra

Wangeela lallabuun itti fufa Gooftadha yesus
31/03/2026

Wangeela lallabuun itti fufa
Gooftadha yesus

Nagaan Gooftaa keenya yesus kiristos isiniif haa baayatu maatii isin As irratti argitan kana maatii baay'ee Eebbifamoo w...
29/03/2026

Nagaan Gooftaa keenya yesus kiristos isiniif haa baayatu maatii isin As irratti argitan kana maatii baay'ee Eebbifamoo waaqayyo nuuf kenne dhuga wangeela mootumma waaqayyoo lallabu kana keessatti nuu wajjin wangeela mootumma waaqayyoo kan lallaba jiran maatii kana baay'ee galatoomaa ulfaadha jechuufin dhufe dhuga dubbachuuf torbee tokko mana isaani buufanne achi nyaata achi dhuga wangeela mootumma waaqayyoo kana lallabaa turre jirra Gidduu kana immo Adeemsa wangeela naannoo Asgorii deemne lubbuu 134 Gooftaa yesusin fayyisa lubbuu isaani godhatani warra fudhatan kana duuba kan jiru maatii kana qabeenya isaani Gooftaa Yesusiif kennani jiru waaqayyo isin haa Eebbisu jechuun jaalladha bara kana keessa maatii kana waaqayyo Kenna Godhee nuuf kennu isaatti Garaa koo irraan waaqayyotti gammada nuuf jiraadha ayyaanni Gooftaa dachaa isiniif haa baayatu Eebbifamooko
Egaa obboloota koo isin illee namoota akka kanatti hojii wangeela nuu wajjin hojjetan kanaaf waaqayyon nuuf kadhadha nuti immo waan jennu waan goonu hin qabnu Gooftaan isin haa Eebbisu daa'ima keessaan waaqayyo dhuga baatu wangeela Afaan kiristos haa godhatu waan gootan kana isin irra hafe jennaan miti kan Gootan hojii Gooftaa waan ta'eef Gootan male isin immo obboleessa koo kana maqaan Facebook isaati kunooti godhaa Facebook isaa share like godhaa bukkee dhaabbadha jajjabeessa hojiin waan hundaa caaluu wangeela mootumma waaqayyoo lallabudha
wangeela lallabuun itti fufa
Chala Damena
Add follow godha

Gaafa wangeela mootumma waaqayyo lallabnu Gammachuu nuti qabnu gammachuu daanga hin qabnedhaChala Damena
28/03/2026

Gaafa wangeela mootumma waaqayyo lallabnu Gammachuu nuti qabnu gammachuu daanga hin qabnedha
Chala Damena

Mee Wangeelli itti fufa jedhaa Comment godhaa
27/03/2026

Mee Wangeelli itti fufa jedhaa Comment godhaa

26/03/2026

Dhugaaf dhugaa ba'uun itti fufa
Lubbuun 29 Gooftaa yesusin fudhataniiru

  guyyaa sadii qofa keessatti lubbuun (134) Gooftaa yesusin fayyisa lubbuu isaani godhatani fudhataniiru ulfinni isaa wa...
26/03/2026

guyyaa sadii qofa keessatti lubbuun (134) Gooftaa yesusin fayyisa lubbuu isaani godhatani fudhataniiru ulfinni isaa waaqayyoof haata'u
Magaala Asgorittii Wangeelli mootumma waaqayyo humnaan lallabameera

baga Gammaddan guyyaa Harra lubbuun (29) Gooftaa yesusin fayyisa lubbuu isaani godhatani fudhataniiru ulfinni isaa waaqa...
26/03/2026

baga Gammaddan guyyaa Harra lubbuun (29) Gooftaa yesusin fayyisa lubbuu isaani godhatani fudhataniiru ulfinni isaa waaqayyoof haata'u magaala Asgorittii Wangeelli mootumma waaqayyo humnaan lallabameera

Bum Guyyaa harra magaalaa Asgoriitti lubbuun (63) Gooftaa yesusin fayyisa lubbuu isaani godhatani fudhataniirubaga Gamma...
25/03/2026

Bum Guyyaa harra magaalaa Asgoriitti lubbuun (63) Gooftaa yesusin fayyisa lubbuu isaani godhatani fudhataniiru
baga Gammaddan

25/03/2026

Bum Guyyaa harra magaalaa Asgoriitti lubbuun (63) Gooftaa yesusin fayyisa lubbuu isaani godhatani fudhataniiru

24/03/2026

Dhugaaf dhugaa ba'uun itti fufa
Lubbuun (42) Gooftaa yesusin fayyisa lubbuu isaani godhatani fudhataniiru

Guyyaa harra magaalaa Asgoriif magaala tajii jedhamuun beekamtutti iddoo lamatti qoodamuun wangeela mootumma waaqayyoo l...
24/03/2026

Guyyaa harra magaalaa Asgoriif magaala tajii jedhamuun beekamtutti iddoo lamatti qoodamuun wangeela mootumma waaqayyoo lallabneen lubbuun (42)Gooftaa yesusin fayyisa lubbuu isaani godhatani fudhataniiru

Address

Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when EVANGELIST SAGNI PAGE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to EVANGELIST SAGNI PAGE:

Share