EECMY SORGA

EECMY SORGA Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from EECMY SORGA, Christian church, Nekemte, Nekemt.

Waaqeffannaa guyyaa dilbataa WAMWWMY Soorgaa!
30/08/2026

Waaqeffannaa guyyaa dilbataa WAMWWMY Soorgaa!

Waldaa warra wangeelaa Makaana Yesuus Sinodoosii giddu galeessaa sabakaa Soorgaatti choir(kuwaarii) waldoota shaniif lee...
31/07/2026

Waldaa warra wangeelaa Makaana Yesuus Sinodoosii giddu galeessaa sabakaa Soorgaatti choir(kuwaarii) waldoota shaniif leenjiin waa'ee faarfannaa kennamaa ture! Ulfinni isaa hoolicha araaraa Yesuusiif haa ta'u!

Guyyaa 19/11/2018Waaqeffannaa guyyaa dilbataa WAMWWMY SoorgaaKutaa guyyaa:    Uum 12:1- 9                             1Q...
26/07/2026

Guyyaa 19/11/2018
Waaqeffannaa guyyaa dilbataa WAMWWMY Soorgaa
Kutaa guyyaa: Uum 12:1- 9
1Qor 3:10-15
Baafata wangeelaa!
Mat 16:13-20
Hamma dhumaatti Yesuusii wajjin jiraachuu.
1. Yesuus namaaf ifuu barbaachisa!
Mat 16:17
2. Filannoo beekuu! Luq 10:38-40
3. Ogeessa ta'uu!

Waaqeffannaa guyyaa dilbataa!
05/07/2026

Waaqeffannaa guyyaa dilbataa!

23/06/2026

Luba Tafarii Amantee!
Part 1

23/06/2026

Video barsiisa macaafa qulqulluu coming soon πŸ‘€

Guyyaa 14/10/2018   Sagantaa Guyyaa dilbataa (Waaree booda):-Itti guddachaa deemuun kee ha mul'atu.1Xim 4:11-16Kamitti g...
21/06/2026

Guyyaa 14/10/2018
Sagantaa Guyyaa dilbataa (Waaree booda):-
Itti guddachaa deemuun kee ha mul'atu.
1Xim 4:11-16
Kamitti guddanna?
1. Sagalee waaqayyoo barsiisuutti
2. Sagalee waaqayyoo dubbisuutti
3. Gorsuutti
4. Amantii isa itti amanne barsiisuutti.
5. Sirnaa fi dambii waldaa kristaanaa barsiisuutti
β–  Iddoo itti wangeelli lallabame hundaa jijjiiramatu jira. Um 1:1. Rom 12:2
Jijjiirama fiduudhaaf:-
A. Murtoo barbaachisa
B. Lubbuu kaffalii/gatii baasuu
C. Dubbisuu gaafata
》 Dhiibbaa uumuu:-
1. Waaqayyoon beekuu
2. Sagalee waaqayyoo beekuu
3. Of beekuu/of ta'uudha
4. Bara beekuu. Luq 24:43
5. Nama waamicha qabu ta'u
Namni waamicha qabu
A. Sagalee waaqayyootiin waan hundumaa qora
B. Sagalee waaqayyoo isa meeshaa lolaa ta'e qabatee deema. Guyyaa eebbifamaa akkasii inni nuuf laate maqaan waaqayyo keenyaa haa eebbifamu!

Guyyaa 14/10/2018   Sagantaa Guyyaa dilbataa (Waaree dura):-Kutaa guyyichaa:-Isa 6:1-8.   2Qor 13:11-13Kutaa Wangeelaa:-...
21/06/2026

Guyyaa 14/10/2018
Sagantaa Guyyaa dilbataa (Waaree dura):-
Kutaa guyyichaa:-
Isa 6:1-8. 2Qor 13:11-13
Kutaa Wangeelaa:-
Yoh 15:1-11
BARUMSA:- Karaa Lub Tafarii
》kan fayye hunduu dhugaa ba'uu qaba.
2Qor 5:20-22
β™§ Waldaan maali?
● Walitti qabama warra fayyaniiti
● Ishee ergamtedha
● mekaane Yesuus iddoo itti yesuus argamu jechuudha.
● Hundee amantii mataa ishee qabdi
● Sirna waaqeffannaa mataa ishee qabdi
● Maqaa Waaqayyo abbaa,kan ilmaa fi kan hafuura qulqulluutti amanti.
● Beeksisa amantii mataa ishee qabdi.
● Mul'ata qabdi.
A. Tokkummaa ishee kan eeggattedha
B. Ofii ishee of dandeessee wangeela hojjetti
C. Waldaa mishineriiti
WANGEELAAF JALQABA:-
Ni waamamna. Mat 11:28
Ni ergamna/deemna. H.E 1:8
YESUUS GAAFA DHUFU MAAL NU GAAFATA?
1. Nama nu gaafata
Nama bira karaa kam geenya.
I. Qaamaan H E 5:17
II Qabeenyaan. Fil 4:3. (4:10-20)
III Kadhannaadhaan
Waldaan
# ga'ee qabdi.
# mataan ishee yesuusi
EESSATTI LALLABNA?
1. Naannoo(ollaa) Efe 3:1
2. Mandaratti
3. Biyyatti.

Guyyaa 13/10/2018. Sambat-duraa waaree boodaEENYUNAN ERGA?   ISA 6:8  Waaree boodaHojii wangeelaa hojjechuuf1. Waa'ee ha...
20/06/2026

Guyyaa 13/10/2018. Sambat-duraa waaree booda
EENYUNAN ERGA? ISA 6:8
Waaree booda
Hojii wangeelaa hojjechuuf
1. Waa'ee haala baraa beekuu qabna
2. Akkamitti akka hojjennu beekuu qabna
3. Haala siyaasaa beekuu qabna
AKKA NUTI WANGEELA HIN LALLABNE KAN NU GODHE MAALI?
A. Tokkummaa fi jaalala dhabuu. M. Fkn 15:17-19
B. Qulqullummaa dhabuu. Hose 4:1-3
C. Kennaa malee dhaabachuu. S. Lakk 12:2-3
D. Qabeenya eeguu ykn qabuu dhabuu. Yoh 12:4-17. 1Xim 3:2
E. Dafanii furmaata kennuu dadhabuu. 1Mot 19:1
D. Kaffaltiin miindaa dhibuu.

Guyyaa 13/10/2018(Sambat-duraa). Karaa Lub Tafarii.    Barumsa Waaree duraaEENYUUNAN ERGA.      M.Isa Raj 6:8》  Wangeela...
20/06/2026

Guyyaa 13/10/2018(Sambat-duraa). Karaa Lub Tafarii. Barumsa Waaree duraa
EENYUUNAN ERGA. M.Isa Raj 6:8
》 Wangeela warra hin dhageenyeen geessisuu. Mat 28:16-20
β–  Wangeela lallabuun
1. Akkaataa qaba
2. Yeroo qaba. Yoh 20;21-23. 2Xim 4:1-2
Wangeela Lallabuudhaaf
Akka dhuunfaatti:-
A. Garbicha Waaqayyoo ta'uu. Isa 49:6
B. Mucaa Waaqayyoo ta'uu
C. Kan gooftaa taanee dhalachuu qabna.
Akka waldaatti:-
A. Baajata qabaachuu. Yoh 4:31-35
B. Duuka buutuu horachuu
DUUKA BUUTUU HORACHUUN
β˜† Miseensa ta'uu duwwaa miti
β˜† Ijaarsa duwwaa raawwachuu miti
β˜† Horii kan yesuus ajaje duwwaa irra oolchuu qabna.
IJOON TAJAAJILAA:-
I. Tajaajila keenya keessa deebinee ilaaluu qabna
II. Irra deddeebinee barsiisuu qabna
III. Ilaalcha keenya jijjiiruu qabna.

Address

Nekemte
Nekemt

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when EECMY SORGA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share