Waldaa Muluwangeel Burqaa Nagaa Naqamtee

Waldaa Muluwangeel Burqaa Nagaa Naqamtee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Muluwangeel Burqaa Nagaa Naqamtee, Church, Nekemte, Nekemt.

25/06/2023

Farffatoota garee faariis Waldaa Mulwangeel Burqaa Nagaa Naqamatt

23/06/2023

Tika Waaqayyoo amanachuu

Far.23:1-6
Daawit "Waaqayo Tiksee kooti..." jedha.
Kutaan macaafa qulqulluu kun waa'ee tiksummaa Waaqayoo
t ta'uu isaa hasa'a.
➭Tikseen maal tiksa yoo jene bushaayee, horii tiksa.
➭Tikseen maaliif barbaachise?
1.Tikseen Eegduudha:-sababiin isaa bineensatu jira,hamaa miidhaa geesisutu jira, hattuutu jira, saamtuutu jira. Kanaafidha"...hamaan anatti dhufa jedhee hin sodaadhu; ati anaa wajjin jirta..." kan jedhe.(4) hamaan sun immoo isa seenee hatuu fi saamu sana daabiloosidha.Yha.10:1,8,10
hattuun immoo fayyaduu utuu hintaane miidhuuf, qaluuf balleessuuf dhufti. Kanaafa tikseen hamaan hoolotatti dhufee akka isaan hin miineef eega. Goftaan keenya yesuus kirstos yeeyyoni akka jiran nutti himeera. Luq.10:3 Warri akka sarootaa foon namaa kukkutanis jiru. Fil.3:2 Amajaajii waan liqimsu barbaadee naanna'us jira. 1Phe.5:8 Warri nama cunqursanis jiru. Far.23:5 walumaa galatti biyyi lafaa kun hamaa nama midhu heddiudhaa guutuudha.tiksee isa ta'ee fi hamaa nama miidhu hundumaattii isa nama eegu Waaqayyoon namni amanatuufi isa qofaa irratti namni of gatu garu hin miidhamu." Waaqayyo hamaa hundumaattii si eega,in jireenyakee in eega" Far.121:7. Kanaaf yaa namoota Waaqayy qixa hundumaan tika Waaqayyoo jala of galchaatu jiradhaa Waaqayyo tiksee gaariidha isiniin jedha.
Hamma dhumaatti waan duukaa buutanii dubbiftaniif Waaqyyo isin haa'eebbisun isiniin jedha eebbifamaa. KUTAA LAMMAFFAAN ITTI FUFA..........

Waldaan keenya Waldaan Muluwangeel Burqaa Nagaa Naqamtee Guyyaa har'aa (05/13/2014) Namoota kudha ja'a (16) cuubxee duuk...
10/09/2022

Waldaan keenya Waldaan Muluwangeel Burqaa Nagaa Naqamtee Guyyaa har'aa (05/13/2014) Namoota kudha ja'a (16) cuubxee duuka buutu kiristoos taasistee jirti. Karaa hundumaan inni nu gargaare Waaqayyo maqaan isaa haa kabajamu!!
Yesuus kiristoos kaleessas, har'as, baruma baraan isuma sana!

18/08/2022

Jireenya haaraa karaa kiritoos argamu keessa jiraachuu
Nagaan waaqayyoo isiniif haabaay'atu
Efe 4:17-24
Namni waaqayyoo phaawuloos warra efesooniin yommuu gorsu "egaa si'achi akka warra saba waaqayyo hinta'iiniitti yaada waa'ee hinbaafnne duukaa buutanii akka hinjiraanne maqaa gooftaatiin cimsee isinan gorsa"

Address

Nekemte
Nekemt

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Muluwangeel Burqaa Nagaa Naqamtee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category