Waldaa Guutuu Wangeelaa Burqaa Guddinaa

Waldaa Guutuu Wangeelaa Burqaa Guddinaa Waaqeffannaan galaadha

06/04/2026

Gaafa 26/07/2018 Godiina wallagga bahaa aanaa nuunnuu qumbaa magaalaa daalattiitti sagaleen waaqayyoo magaalattii keessatti yeroo jalqabaaf humna guddaadhaan lallabameera.

08/09/2025

Barri 2018 bara milkaa'inaa siif haa ta'u maqaa yasuus kiristoosiin

07/07/2022

Akkam jirti ijoollee gooftaa nagaan isiniif haa baayatu

25/10/2021

Naman Abdadhu Miti Si Abdachuunkoo Naboonsa

09/07/2021

Dhaloonni waaqayyoon amanatu ni oola

Waaqayyo jireenya ati jiraattu dhaloota keerraa kaasee miti kan beekuOtoo ati hin dhalatin duraanuu  nibeeka
07/05/2021

Waaqayyo jireenya ati jiraattu dhaloota keerraa kaasee miti kan beeku
Otoo ati hin dhalatin duraanuu nibeeka

06/03/2021

Utuu barii eegnuu barri akka hin dabarre......

Faarfannaasaa yeroo dhiyootti fuula kanaan eegaa

Address

Dandidame@gmail. Com
Nek'emte
JIREENYAHAFUURAA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Guutuu Wangeelaa Burqaa Guddinaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Waldaa Guutuu Wangeelaa Burqaa Guddinaa:

Share