Gospel Evangelist Gammee Teshoomaa

Gospel Evangelist Gammee Teshoomaa I preach Gospel

26/09/2024

19.4K likes, 352 comments. Check out Ebbaa19’s video.

Akka Abbaan manaa haadha manaa isaa ofiitti fudhatu ,  Gooftaan keenya yesuusis deebi'ee waldaa kristaanaa isaa fudhchuu...
07/02/2023

Akka Abbaan manaa haadha manaa isaa ofiitti fudhatu ,
Gooftaan keenya yesuusis deebi'ee waldaa kristaanaa isaa fudhchuu jiraahoo
Waldaan kristaanaa immoo warra isatti amanan gutummaan guututti warra isaaf bitamaniidha
Eegaa gaa'illi mootummaa waaqayyooti gatii fakkeeffamuuf adaraa warri gaa'ila qabdan sirritti qabadha warri hin qabneemmoo jabbaadhaa Itti fiigaa.....
Galatoomaa .....share like

Let me invite you,   all this
06/02/2023

Let me invite you, all this

Warri Gara Youtube Channel keenya dhuftan Subscribe godhuu hin dagatiinaa.Toora Website Keenya : https://www.ifafayina.tvToora Facebook keenya : TV Ifa Fayyi...

19/10/2022

“Arrabni hundinuus,ulfina Waaqayyoo abbaatiif, Yesus Kristos gooftaa akka ta'e beeksisuuf jiru.”
— Filp. 2:11

Macaafa qulqulluu keessatti waa'ee lakkoofsa Kanaa jechuun lakkoofsa torbaa Mee waan yaadattan....
10/10/2022

Macaafa qulqulluu keessatti waa'ee lakkoofsa Kanaa jechuun lakkoofsa torbaa Mee waan yaadattan....

10/10/2022

“Ati Waaqayyoon gooftaa kee sodaadhu, isaafis hojjedhu, maqaa isaatiinis kakadhu!”
— Kes. 6:13

KAN NU  BAASE WANGEELAKAN NU HIIKE WANGEELAA WANGEELA HAA WANGEELA
08/09/2022

KAN NU BAASE WANGEELA
KAN NU HIIKE WANGEELAA
WANGEELA HAA WANGEELA

“Waaqayyo biyya lafaatti farachiisuuf miti, biyyi lafaa isaan haa fayyuuf ilma isaa biyya lafaatti erge malee.”  — Yoh. ...
05/09/2022

“Waaqayyo biyya lafaatti farachiisuuf miti, biyyi lafaa isaan haa fayyuuf ilma isaa biyya lafaatti erge malee.”
— Yoh. 3:17

“Waaqayyo biyya lafaatti farachiisuuf miti, biyyi lafaa isaan haa fayyuuf ilma isaa biyya lafaatti erge malee.”  — Yoh. ...
05/09/2022

“Waaqayyo biyya lafaatti farachiisuuf miti, biyyi lafaa isaan haa fayyuuf ilma isaa biyya lafaatti erge malee.”
— Yoh. 3:17

17/08/2022

Maariyaam Haati Gooftaa keenya Yesuus kuni Macaafi qulqulluun wa'ee ishee dhugaa lafa kaahuufii hubannoon namootaa akkamii ???.

Mat. 13
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁵⁴ Gara mandara kutaa biyya itti dhalatee dhaqee, mana sagadaa isaanii keessatti isaan barsiise. Warri isa dhaga'an immoo raajeffatanii, "Ogummaan akkasii hojiin aangoo kun hundinuus eessaa dhufeef?
⁵⁵ Kun ilma isa muka sooftichaa mitii? Haati isaas Maariyaam jedhamtee waamamti mitii ree? Yaaqoobii fi Yoseef, Simoonii fi Yihudaan obbolaa isaa ti mitii?
⁵⁶ Obboleettonni isaas hundinuu as nu bira jiru mitii ree? Egaa wanti kun hundinuu eessaa dhufeef?" jedhan.
⁵⁷ Isaan kanaaf isa maman; Yesus garuu, "Raajiin iddoo biraatti malee, biyya isaatti, mana ofii isaattis ulfina hin argatu" isaaniin jedhe.
⁵⁸ Sababii amanti-dhabina isaaniitiif hojii aangoo baay'isee achitti hin hojjenne.

Address

Metahara
Nazareth
BISHOFTU

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gospel Evangelist Gammee Teshoomaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Gospel Evangelist Gammee Teshoomaa:

Share