Metu Muslim Youth Council

Metu Muslim Youth Council Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Metu Muslim Youth Council, Religious organisation, metu, Metu.

🗓️ Guyyaa:Adoolessa 26, 2018 / August 2, 2026Assalamualaikum Warahmatullahi WabarakatuhKaawunsiliin Dargaggoota Musliima...
02/08/2026

🗓️ Guyyaa:Adoolessa 26, 2018 / August 2, 2026

Assalamualaikum Warahmatullahi Wabarakatuh

Kaawunsiliin Dargaggoota Musliimaa Magaalaa Mattuu Hooggantoota Ganda Soor fi Masjiidotaa waliin marii bu'a qabeessa fi fuulduratti hawaasa keenya ceesisu geggeessee jira.

Marii kanaan tokkummaa keenya cimsachuu, hojiiwwan masjiidotaa fi dargaggootaa qindoominaan geggeessuu fi aantummaa hawaasummaa keenya jabeessuuf marii bal'aa geggeessee jira.

GALMAA'UU FI WIIRTUULEE MIIDIYAA KEENYA HORDOFUUF:

🌐 Galmaa'uuf:
(https://membership.emyc.et/)

📲 Wiirtuulee Miidyaa Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa Magaalaa Mattuu Karaalee Armaan Gadiitiin Hordofaa!

📱 Telegram: https://t.me/Mattucitymuslimyouthcouncil

📘 Facebook: https://www.facebook.com/share/1DZWeFfqZV

የጋምቤላ ሙስሊም ወጣቶች ካውንስል የ2018 ዓ.ል የክረምት መርሃ ግብር በይፋ ተጀመረ!EMYC | ሐምሌ 19፣ 2018 ዓ.ል (ሰፈር 12፣ 1448 ዓ.ሂ)በኢትዮጵያ ሙስሊም ወጣቶች ካውንስል ...
26/07/2026

የጋምቤላ ሙስሊም ወጣቶች ካውንስል የ2018 ዓ.ል የክረምት መርሃ ግብር በይፋ ተጀመረ!

EMYC | ሐምሌ 19፣ 2018 ዓ.ል (ሰፈር 12፣ 1448 ዓ.ሂ)

በኢትዮጵያ ሙስሊም ወጣቶች ካውንስል የጋምቤላ ሙስሊም ወጣቶች ካውንስል ለ2018 ዓ.ል የክረምት የወጣቶች የበጎ ፈቃድ ንቅናቄ መርሃ ግብር የክልሉና በጋምቤላ ከተማ የመንግሥት ኃላፊዎች፣ የመጅሊስ አመራሮች፣ የካውንስሉ አመራሮች፣ ወጣቶች እና የሴቶች ተወካዮች በተገኙበት በይፋ አስጀምሯል።

በመክፈቻ ፕሮግራሙ የካውንስሉ አመራሮች የክረምት መርሃ ግብሩ ወጣቶችን በበጎ ፈቃድ አገልግሎት፣ በማህበራዊ ኃላፊነት፣ በእውቀት ግንባታ እና በሀገር አቀፍ ልማት ተሳትፎ ለማጠናከር ያለመ መሆኑን ገልጸዋል።

በእለቱ የክረምት መርሃ ግብሩን በማስጀመር የደም ልገሳ መርሃ ግብር ተካሂዷል። የደም ልገሳው ሕይወትን ለማዳን የሚያስችል ከፍተኛ ሰብዓዊ ተግባር መሆኑ ሲገለጽ፣ በርካታ ወጣቶችም በፈቃደኝነት በመሳተፍ ደም ለመለገስ ተመዝግበዋል።

በፕሮግራሙ ላይ የተገኙት የክልሉና የከተማው ባለሥልጣናት የካውንስሉን ተግባራት አድንቀው፣ ወጣቶች በሰላም፣ በአንድነት እና በልማት ስራዎች ውስጥ የሚያደርጉት ንቁ ተሳትፎ ለክልሉ እድገት ጉልህ አስተዋፅኦ እንዳለው ተናግረዋል። እንዲሁም ካውንስሉ የጀመረውን በጎ ተግባር ለማሳካት ተቋማቸው አስፈላጊውን ድጋፍ እንደሚያደርግ አረጋግጠዋል።

የጋምቤላ ሙስሊም ወጣቶች ካውንስል በቀጣዮቹ ወራት የበጎ ፈቃድ አገልግሎቶች፣ የአካባቢ ጽዳት፣ የወጣቶች የአቅም ግንባታ ስልጠናዎች፣ የስፖርትና የማህበራዊ መርሃ ግብሮችን በማካሄድ ወጣቶችን በሰላም፣ በአንድነት እና በልማት ዙሪያ ለማሳተፍ በትኩረት እንደሚሰራ ገልጿል።

galanni guutuun Rabbiif haa ta'u!Kaawunsiliin Dargaggoota Musliimaa Magaalaa Mattuu sagantaa marii fi dhangaa addaa “Tok...
26/07/2026

galanni guutuun Rabbiif haa ta'u!

Kaawunsiliin Dargaggoota Musliimaa Magaalaa Mattuu sagantaa marii fi dhangaa addaa “Tokkummaa, Hirmaannaa fi Itti Gaafatamummaa Dargaggoota Musliimaa Cimsuuf”qopheesse haala miidhagaa, hunda galeessa ta'een milka'inaan xumuree jira!

Milkaa'ina guddaa kanaaf gumaacha fi hirmaannaa gochuu keessaniif galata boonsaa fi qalbii irraa ta'e hunduma keessaniif dhiyeessina:

Hawaasa Muslimaa Magaala Mattuu: Waamicha keenya kabajee qaamaan argamuun miidhagina fi humna sagantaa kanaa kan taatan hunda keessaniif galanni keenya daangaa hin qabu!

Dargaggoota: Ergaa fi waamicha kana karaa adda addaatiin hawaasa biraan gahaa fi sosochii guddaa taasiisaa turtaniif guddaa galatoomaa!

Ulamaa'ota, Sheekota fi Hoogganoota Majlisaa: Gorsa, du'aa'ii fi deeggarsa aantummaa keessaniin cinaa keenya dhaabbattanii nu jajjaabeessitaniif Gudda Galatoomaa

Inpoonsara Kabajaa - Baankii Raammis: Tumsa fi deeggarsa keessan itti fufiinsa qabuun utubaa milkaa'ina keenyaa kan taatan, galatni keessan guddaadha!

Qooda Fudhattoota Hundumaa: Kanneen karaa adda addaatiin gumaacha gochuun sagantaan kun akka milka'u gootan hundi keessanuu Rabbii galata keessan isiniif haa kaffalu!

TOKUMMAAN KEENYA HUMNA KEENYA!

26/07/2026

Baankiin Raamis galatooma!!!

Baankiin Raamis Sagantaa kaawunsilii Dargagoota muslimaa magaalaa mattuutti guyyaa borii qopaa’eef ispoonsara ta’uu keessaniif galatooma, baankii Raamis itti deemuun buukii itti banachuun achitti qusachuun haa deeggarru,dhaloota egereef fakkeenya haa taanu!!!

Baankii Raammis ራሚስ ባንክ Rammis Bank

Address

Metu
Metu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Metu Muslim Youth Council posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share