Lalii lalo page

Lalii lalo page Ofi ta'un formula hinqabu

13/08/2024
 !Nagaan Waaqayyoo hunda keessaniif hata'u.Ani Gooftaa Yesuusiin fayyisaa lubbuukoo godheen itti amane. Ergan itti amane...
28/05/2024

!

Nagaan Waaqayyoo hunda keessaniif hata'u.
Ani Gooftaa Yesuusiin fayyisaa lubbuukoo godheen itti amane. Ergan itti amanee kaasee
Afaanin beeku hundaan isan faarfadha isaafan sagada. dubbachuu ni danda'a kana seeratu nadeggera.
Kanaaf ani Gooftaakoo afaanin barbaadeen faarfachuuf mirgan qaba.

1 Maalif kiristaana taate si ajjeefna jechuun warri silkii fi meesejiin nadorsiftan narraa dhaabbadhaa
2 Afaan keenyaan sirbite jechuudhaan ( Faarfannaakoo) gara sirbaatti jijjiirtanii warri natti roorriftan ani Afaan amantii kamiin iyyuu hin faarfanne narraa dhaabbadha.
3 Qarshiidhaaf jettee Amantaakee duraanii jijjiirte jechuun kan natti dhaadattan narraa dhaabbadha ani Jireenya ta'uun Gooftaa Yesuus waan naaf galeefan fedhakootiin gara Amantaa kiristaanaa dhaqe Waanin barbaadetti amanuuf immoo mirga guutuun qaba
;
1 Ani Amantaa nama kamiiyyuu xuqee hin beeku isan itti amane immoo waa'eesaa waan naaf gale dhugaa bahuu fi warri Dhucha hin beekne akka baraniif Dhugaa naaf gale dubbachuu nan danda'a
2 Utuun gara Yesuusin hin dhufin duratti ani seexanaa wajjin hojjetaan ture
Kitaabi Amantaa seexana deggeru hin jiru waan Amantaan kamiyyuu hin deggere baradheen ittiin hojjetaa ture isan hojjetaa ture sanammoo miidhaa seexanni sun kiristaanota irratti hojjettu Amantootan wajjin waaqeffadhutti himuun dirqamakoo waan ta'eef sodaa tokko maleen dubbadha.

Doorsisa narra jiru kana naaf baraa akkasumas Waaqayyoon naaf kadhadhaa!
Nabira dhaabbadhaa mirgi Amantaakootii naaf eegamuu qaba.
Karaa Facebook kootii, silkii fi Meesejiidhaan waan natti darbatamaa jiru hunda asumarraan isinan beeksisa!
godhaa Amantoota hunda biraan naaf gaha!
Sodaa du'aammoo hin qabu Dhugaan naaf galeera eebbifamaa!

"Gaafan kiruuseedii kana dhufuuf ka'u namoonni na beekanii fi  tajaajiltoonni akkamitti garas deemta, nagaan hin jiru, h...
07/03/2024

"Gaafan kiruuseedii kana dhufuuf ka'u namoonni na beekanii fi tajaajiltoonni akkamitti garas deemta, nagaan hin jiru, haalli karaa rakkisaadha, nageenya malee akkamitti waaqeffattu naan jedhani. Anis akkas jedheen deebiseefi, ' NAGAA'
sagalee jedhu dhagaheen deemaa jira. Waaqayyo sabako akkas jedhi naan jedhe Kana booda nagaakoon isinii buusa gadda sabakoo, boo'icha sabakoo, waawwanaa sabako argeera naan jedhe"

Apostel Taammiraat Taarreqeny

Saba irraa dhalatteef umurii ishii guutuu dhamaateetti.Gammoojjii fi baddaa hinqaxxaamurre hinqabdu.Ifaajjiin ishiis ija...
07/03/2024

Saba irraa dhalatteef umurii ishii guutuu dhamaateetti.Gammoojjii fi baddaa hinqaxxaamurre hinqabdu.Ifaajjiin ishiis ija godhateera.Qaqqabdees bu’aa ifaajjii ishii ijaan argiteetti.Seenaan gootuummaa ishii galmee seenaa irra bara baraan jiraata.Gootitti Oromoo Kabajamtuu fi jaallatamtuu Ilfinash Qannoo ammas umurii dheeraa,kan haara galfii fi jireenya boqonnaa haaraa akka siif ta’u hawwii uummata Oromoo maraati.Hedduu sii jaallanna!!Ammas Darbii jiraadhu!!
πŸ’•πŸ™

πŸ‘‰ "Namoonni hedduun abdii fuula duraa qaban abjootanii yeroo gammachuu hawwiidhaan eeggatu. Garuu guyyaan har'aa guyyota...
06/03/2024

πŸ‘‰ "Namoonni hedduun abdii fuula duraa qaban abjootanii yeroo gammachuu hawwiidhaan eeggatu. Garuu guyyaan har'aa guyyota hundumaarraa guyyaa addaati. Sababnisaa guyyaan har'aa harkaa kee keessa seentee jirti." ✍

Baga geessan
18/01/2023

Baga geessan

Haa ta'u ka😭
22/08/2022

Haa ta'u ka😭

Mee Kan dubbisaa
09/07/2022

Mee Kan dubbisaa

Address

Darimu Gobbee
Metu
LALILALOPAGE

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lalii lalo page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Lalii lalo page:

Share